Birmadummaadha yeeroon
political team
30/07/2025
Maaluma laata?
09/06/2024
15/05/2024
Ustaaz Faqii Galatoo gara ganda aakiraa godaanee jira.
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN
Qaamni kee hanga huuqqatee bifa jijjiiratetti,Qabeenyi kee hanga kophee fi uffata qabdu karaa RABBII keessatti fixxetti,gumaata dhiirri kaleessaa diiniif goote gumaachitee addunyarraa deemtee jirta Yaa Sheikh Faqii. Baadiyyaa fi magaalaan ati beelaa fi dheebuun keessa naannoftee Hojimaata Anbiyootaa gaggeessaa baate sun ragaa dha.
Hojii kee gaarii rahmata isaatiin sirraa haa qeebalu,waan mucucaatte siif haa dhiisu. Salafa wajjiin caffaa fi caffee Jannataa keesaa si haa ciibsu.
Araarama RABBII kadhaaf.
24/04/2024
Mariin Tarkaanfii itti aanuu tarkaanfi furmaata hin fakkatuu yoo mana hidhaa taate male .sun kaayyoo ppti
Click here to claim your Sponsored Listing.
