Waan Arge hin Dhoksu

Waan Arge hin Dhoksu

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waan Arge hin Dhoksu, Health/Beauty, Oromia, Adama.

23/12/2025

warri namicha Jaldeessaa kana jala deemaa comment gochaa fi like gootan dhiisaa!
sagalee ta'uufitti jirtu.Nama takkaa miidiyaa hin fayyadamin maqaa Bulchaa maaf dhaheef wajji iyyitu.Saree wajji hin dutan,waan ishiin itti duttu sana ofirraa eegan

09/11/2025

Kkkkkkk...maal kan Oromoo kun?Abaarsa qabna moo????
Sagalee Beeltuu!eenyutu si erge?Dhihoo kana inni nama hojii laagfiise kan gosa keetii angoo irraa kaasee?Nama waan inni Booranaa,Arsii,Wallaggaa,Shawaa, Jimmaa, Iluu A/Booraatiifi Harargee dhifeef nu bulchu jennee maqaa moggaafannee qabasaa'uu haa dhiifnu.Badii fi shira inni ummata irratti raawwataa jiru yoo jiraate itti qabsaa'utuu mala.Jaarsoo Boruu nama Cimaadha maqaa hin nyaatin

Photos from Waan Arge hin Dhoksu's post 29/10/2025

👉Iyyaafannoo!
Iskeeliin Mindaa Eessa seene???

29/10/2025

Wal Haa Barruu
Miidiyaan kun Kibba Oromiyaa Boorana Lameeniifi Gujii Lamaan Baalee Lamaan Sagalee ta'aaf.Kanaaf Wantoota komii hawaasaa ta'an INBOX n ergaa Follow, like fi Commentis barreessaa

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Oromia
Adama