Qacaale Ginir
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qacaale Ginir, Health/Beauty, .
Isafu naguuman jirraa
Enu kan hidhe hikuu simalee
Sin Gahii ya waaq uumaa ganama
04/06/2026
Hokkoo malee hin koraani
faana male hin bu'ani
Waqni ergu malee hin dhaqani
Ergaa waqaayyoo diidani
fageenyaf karaa hin bulani mila ergaan
Ya Rabbii situ dhugaa Beekaa karuma dhugaan te gortee nan gorii
Waqaayyoo yaa tola koo Robaa nagayaan siyaamee
