Abaarraa Caalaa Rabsaa bishan dhugattii AberaTop water Distribution

Abaarraa Caalaa  Rabsaa bishan dhugattii  AberaTop water Distribution

Share

Finfinee

09/08/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Akkafete Muca Oro Oro, Abbabaa Tujuma

Facebook Lite for Android 28/03/2024

Facebook Lite for Android This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.

TikTok · Abera chala 28/08/2023

TikTok · Abera chala Check out Abera chala's video.

18/12/2022

Waraanni guddaan seeraan alaa kan lammiilee nagaarratti xiyyeeffate akka kanaa yeroo geggeeffamu, mootummaan callisuun maal agarsiisa? Yeroo uummatni isin bulchitan akkanaan salphifamu, callisuu jechuun duulicha keessaa harka qabaachuun tokkuma.

Siyaasa uummata ofiif akkasumas uummata ofiirratti hojjetu malee, kumaara uummata ofiitti ofiis hin xabatan; ormas itti hin xabachiisan ture. Kan baranaa hooda. Morkataanis, mootummaanis uummatarratti wal lolaa, uummatatti dugda gatuun raajiidha.

07/12/2022

Luba Ballinaa Saarkaa 😭
Nama guddaa ,
Nama hinaaffaa Ummata isaanii qaban,
Nama eenyummaa isaanii hin sharafnee ,

Nama yoo namni uffataafi Kophee moofaa uffatellee aarani dheekkaman.

Nama Baadiyyaa Boojjiitii Hanga Magaalota Addunyaa kanaatti tajaajila ija qabu Tajaajilan Har'a boqochuu isaanii dhageenye.

Waaqayyoo mirgasaa isin ha keewwatu.
Nagaan boqodhaa Lubaa 😔

19/05/2022

Beektonni addunyaa kanarraa wantooni bay,ee jabatoo/ulfatoo/ta,an Sadiitu jira jedhu
Isaaniis
1---Sibila
2---Dayaamandii Fi
3---Of beekuu
Kanneen sadan kana Keesaa inni ulfataan anaaf of beekuu baay,ee ulfata kanaaf of beekuun. Wantootaa hundumaa dura bu,uura beekumsaati jabaadhu ni Danda,amaati

07/04/2022

Akkam olta kabajamtota
Mamilitotaa kenyaa
Yero dhiyotii
Gosotaa hojji garagara Qabane dhufan

07/04/2022

Akam oltan kabajamtota mamila Kenya Bakka jirtataniti
Nagan waqqayyo sinif Ha bayyatuu
Yero dhiyoti Gosota
Hojji gargara Qabanee dhufa

05/04/2022

Welcome

Abaarraa Caalaa Rabsaa bishan dhugattii AberaTop water Distribution Send a message to learn more

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Burayuu Kelaa
Addis Ababa