Dambaalii Salalee _Salale's Waves
Oromummaan Yaa Dursuu!
22/09/2025
16/09/2025
Oromia-Dodola🇪🇹 የኢፈቦሩ ዉጤቶች
የዶዶላ ኢፈ ቦሩ ልዩ አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት ተማሪ የሆነው ካሊድ በሽር በ12ኛ ክፍል ማጠናቀቂያ ፈተና 591 በማምጣት በሀገር አቀፍ ደረጃ ከፍተኛ ውጤት አስመዝግቧል።
ተማሪ ካሊድ በሽር በ12ኛ ክፍል ማጠናቀቂያ ፈተና ከ600 ነጥቦች 9 ብቻ በማጣት ነው በሀገር አቀፍ ደረጃ ከፍተኛውን ውጤት ያስመዘገበው።
ተማሪ ካሊድ በሽር
እንግሊዘኛ 96🔥
ሒሳብ 100🔥
ፊዚክስ 100🔥
ኬሚስትሪ 98🔥
ባዮሎጂ 99🔥
አፕቲትዩድ 98🔥 ውጤት አስመዝግቧል።
ትኩረቶቻችን ዉጤቶቻችንን ይወስናሉ!
08/08/2025
17/07/2025
By Ethiopians for Ethiopians GERD - the living witness of the power of the united Ethiopia 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
17/07/2025
🎯IMF Executive Board Completes Third Review under the *Extended Credit Facility (ECF) Arrangement for Ethiopia* and Concludes the 2025 Article IV Consultation with Ethiopia together with the third review of the 48-month Extended Credit Facility (ECF).
🎯The Board’s decision allows for an *immediate disbursement of about US$262.3 million (SDR 191.7 million*), which will help Ethiopia meet its balance of payments and fiscal financing needs. The completion of the review brings total disbursements under the arrangement to about US$1.873 billion.
17/07/2025
*Ethiopia's Economic Surge: A New Era of Growth!*
_Ethiopia is redefining prosperity!_ Bolstered by bold, homegrown reforms, our economy is soaring, defying global headwinds. The IMF praises our decisive actions: from tightening fiscal policy and reforming taxes to a pioneering market-driven exchange rate. We're witnessing historic growth across all sectors, driven by robust private investment and smart fiscal management. Inflation is easing, foreign reserves are climbing, and confidence is surging.
17/07/2025
Mallattoo olka'insa Itoophiyaa!
።።።።።።።።።።።።።።
Maallaqa, humnaafi beekumsa Itoophiyaanotaatiin ijaaramee sadarkaa xummuraarra gahee kan jiru Hidhi Haaromsa Guddicha Itoophiyaa agarsiiftuu birmadummaa, damdamannaa fi tokkummaa Ummattoota Itoophiyaati.
Imala biyya keenya Itoophiyaa, fiixee badhaadhinaatti olbaasuuf taasifamu keessatti, Hidhi Haaromsaa dhagaa bu'uuraa isa cimaa kan kaa'uu fi kutannoofi cichoomina uummanni keenya gaara hiyyummaa diiguuf qabu guddisee kan agarsiisudha.
Gama biraatiin dhiibbaa keessaa fi qolachuun Hidhicha sadarkaa xummurarraan gahuun abdii biyyi keenya egeree dhaloota dhufu ifa taasisuuf qabdu kan muul'isudha.
07/07/2025
Akkas taane amma....
Abbaan keenya kalee gamna
Alaaf keessan akka qabna
waliif kufna,waliif kaana
waa baay'eellee waliif tana
meeluu waliif meelanna
beeluu waliif beelannaa
cabni tokkoo caba hundaa
Waliif qabna bakka guddaa
Iyya kaabaa kibbi baha
wabiif irkoo waliif taha
cidha bahaa lixa dhufa
Bara jala waliin lufa
Gaafa sana Oromiyaan
safeeffamtuu
Ulfoo tana waan birootti
hin fakkeeffamtu
Akkas taane har'a
Jabaa keenya wal hifata
korma keenya wal jifata
Hibboon keenya deebi dhabe
Yaala dhabe,harki ,harkan erga cabee
Ilmaan keenya baddaaf lagaa
wal doorsisu akka alagaa
Eeyyen.........
Fala dhibe ,akki badee
Harki keenya harka muree
seena tahe akki ture
Abdii Nagahoo ✍
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa

21/06/2025