Mubi ሙቢ MB

Mubi ሙቢ MB

Share

Musa oro family

Photos from Mubi ሙቢ MB's post 11/06/2024

Gubba ko na laalte
Kessa ko maaliin garte
Moo ATItu maleyka
Kan Ana sulphifte ofqulqullu goote

07/06/2024

Ijoolle biyya jaallan yeroo dheeraa
Ijollumaan eegalle sahibumman
Kenya bubbuleeraa

Yeroo jaalalaa hundumtu akkuma obbolessa Wal jaallana
Seriesly dhufnan sirriti Wal kabajna
Ganama ganama fi yero barca kokkofalle
Lakkafiin dhukke Wali kaafna
Dhumti genyaan hundinu gammachuun addaan baana

Photos from Mubi ሙቢ MB's post 06/06/2024

MAAMAAn ummii mee maal faadhaan Haa si faarsu
Wallah Waanti na rakkisu faaruuf jechota sin genyen kanin si xiqqeessu

Sin jaaladha Kani in sin ja'u akkuma
Nama Kaanii
Osoon tahin tan te jaalalti qulqulludha
Jijirran qabdu tokko sin Gahanii

Kan si duursu jiru Allah yo taate malee
Anaa miti isaatu jaallate rassul ko jaalallee
Itti aanse teeti maamaa too waahallee

Gara laaftu to warqi rabbin jirun faaye
Sirra fagannan adunyan na dhiphatte
Dirqamni jiruf obse ol kaa'e
Silas hin haftu akkatti Wal arakan hin oolu yo Wal argitan ja'e
Akkamin ilmo irranfata garaan muraa onne Kan ifi Daye
Dukkani ni ifa
Halakan dabre guyyan ni dhufa
Ballodhan jiruun itti fufa
Tan rabbin murteesse Silas yoom hafa.
...

16/05/2024

Eegalle jirra hundaahuu

12/05/2024

يا ماما ya mama
ati naaf shamshiya jiruu
Tan roobaaf qabbanaa
kabajaan tee mataa kiyya gubbaa
jaalalti tee waannaa
Motheri to mataan narra sin dhukkubin
Fayyadhaan waarii nagayaan naaf jiraadhu
Rakko miti balloo waarii
Akka niyyaa waan barbaadu arkadhu.

09/05/2024

ANIS NAMA
Waan feeteen na caaltuus
Ati fi anis nama
Arra dukkanaahuus booru jijjirrama
Tattaffiin wanti hundi galmaan gahama
Tattaffadhu yaa lubbuu to bar atis nama......

07/05/2024

MAGAN
Cinqii fi rakkisaan sin madaalle
Yaa rabbi narraa qabi sinin ifirraaa kadhaa
Gammachun balloo waliin
Jiruu too naaf toolchi ati toochaadha
Atuu arjaadhaa!!!!!!!!

03/05/2024

JUMMAA JAMIIL🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
jamiil


#

29/04/2024

BARI KUNU DARBE
Luka qulla fiigne kophee harree
Challenge jabduu meeq bira taarre
Tunis ni ni kutti tanaaf harka kenninaa ree.......

24/04/2024

TAPHE LIFE BOOKS🎇
Sin dabrin yeron tattaffi eegali
Maalin akkatoltu xiyeffanon madaali
Eh sanuma abdin kutin irran garan galin
Billaa aleyka🎇🎇🎇🎇

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Alemaya?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Bedeno
Alemaya
12345678