LSM Ambo
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from LSM Ambo, Ambo.
21/11/2025
🔥🔥
📸 Lammi Bosona ❤️🙏
20/11/2025
Har’a sa’a 8:00 tti yeroodhaan bakka qabadhaa!
19/11/2025
Burka Graphics and Advert
19/11/2025
Burka Graphics and Advert
Solomon Alemu
Burka Graphics and Advert
Yonas Getacho
Waaqayyoof weeddisaa,mi’a garaa garaatiinis maqaa isaa faarfadhaa…..
Far. 68:4
🙏!
17/11/2025
Kamisa dhufu gaafa guyyaa 11/03/2018 irraa hin hafamu!
’a 8:00 irraa eegalee
Poster Design:Burka Graphics and Advert
15/11/2025
Kamisa fuula keenya dura jiru gaafa guyyaa 11/03/2018 irraa hin hafamu.
:WALDAA_BIRHAANA_KIRISTOOS_BOOLEE_AMBOO
’AATII: 8:00 Eegalee
waliif godhaa eebbifamaa!
20/10/2025
Nagaan waaqayyoo bakka jirtan hundumatti humduma keessaniif haa baay'atu jechaa,
Akkuma beekamu sagantaa waaqeffannaa keenya ji'a ji'aan qabnu akka isin dheebuu dhaan eegaa jirtan abdi guddaa qabna, sagantaan keenya kunis kamisa fuuldura keenya jiru gaafa 13/02/ 2018 ture!
Haa ta'u malee sababii galmi waaqeffannaa ( waldaan sagantaan keenya keessatti gaggeeffamu ) Torbanoota kana Hojii haaromsa galmichaa irratti waan bobba'amuuf guyyaa kamisa isa ammaa kanatti haalotni jiran sagantaa keenyaaf mijataa ta'ee hin argamne.
Kanaafis koree fii gaggeessitoota waldaa waliin maryatamee sagantaan keenya gara ji'a isa itti aanuu gaafaa 11/03/2018 tti akka darbu murteeffameera!
Namooti dhufanii akka hin dhabneef ergaa kana biraan nuuf ga'aa, Ji'a dhuftu amma wal arginutti nagaa dhaan turaa.
!
Click here to claim your Sponsored Listing.

17/11/2025