Abbaa Gadaa

Abbaa Gadaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abbaa Gadaa, Health/Beauty, Woliso, Ambo.

30/09/2025

Irreecha Ol Ka’iinsa Biyyaaf!

Baga jala bultii Ayyaana Irreechaa Bara 2018 Nagaan Geessan

30/09/2025
Photos from Oromia Communication Bureau's post 30/09/2025
Photos from Oromia Prosperity Party / OPP /'s post 30/09/2025
03/07/2025

"Doolara Biiliyoona 3.5 Waanjoo idaa Itoophiyaa irraa kaasneerra."
MM.Dr.Abiyyi Ahimad

03/07/2025

Bara Baajataa kanatti lammiilee mil.23 Seeftineetii keessaa baasuun danda'ameera.

MM.FDRE Dr.Abiyyi Ahimad

03/07/2025

"Bara dhufu Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf oomisha gaazii gabaaf ni dhiyeessiti" Dooktar Abiy Ahimad

Sadarkaa mootummaatti dhaabbilee humna qaban seektaricharratti akka bobba’an taasisuun, Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf bara dhufu oomisha Gaazii gabaaf dhiyeessuu ni eegalti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad.

Itiyoophiyaan biyya kuufama albuudaa hedduu qabduudha.

Kunis sababa xiyyeeffannoo dhabeef diinagdee Itiyoophiyaa osoo hin tubiin ture jedhan.

Bara darbe Warqee toonii 4 alatti argame, bara kana ammoo tooniin 37 alatti argameera jedhan ibsa kennaniin.

Bara dhufu Ititoophiyaan yeroo jalqabaaf oomisha gaazii gabaaf dhiyeessuu ni eegalti jedhan.

Hojiin oomisha gaasii baasuu marsaan jalqabaa xumurameera marsaan 2ffaan itti fufa jechuun ibsan.

Hojiin Oomisha gaazii baasuu mootummaa Chaayinaa waliin, kan Indaastirii Xaa’oo ammoo Dhaabbata Aliikoo Daangootee waliin qindoomuun kan hojjetamuu ta’uu dubbatan.

03/07/2025

"Barri kun seenaa Itoophiyaa keessatti bara injifannoo olaanaan itti galmaa'edha"
-Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad
******
Barri kun seenaa Itoophiyaa keessatti bara injifannoo fi seenaan ol'aanaan itti galmaa'e ta'uu kan ibsan Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad milkaa'ina kana keessatti qoodni miseensota mana maree ol'aanaadha jedhaniiru.

👉Fooyya'iinsi dinagdee gooroo warraaqsaan osoo hin taane riifoormiin waan ta'eef milkaa'eera. Cabiinsa dinagdeerraa baraaramuuf galtee guddaa ta'eera.
👉Fooyya'iinsi diinagdee Itoophiyaa bu'a qabeessummaan isaa Itoophiyaatti qofa osoo hin taane sadarkaa addunyaatti akka ilaalamu taasifamaa jira.
👉Itoophiyaan guddina dinagdeeshee %8.4 akka ta'uu xiiqiin hojjetaa jirti.

👉Deeggersi Afrikaaf taasifamu %7tti waan gad bu'eef hojiidhaan of danda'uun dirqama.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Woliso
Ambo