Dhugo Entertainment
Pharmacy & Other Information
07/08/2022
Taaksii (bus) tokko dhufee waan si biratti dhaabbate qofaaf hin yaabbattuu bar. Gargaaraan waan si yaame qofaaf fiiyde hin kortu. Jalqaba wanni ati yaaddu kallattii fi bakki inni itti deemu, bakka ati gahuu barbaaddu san tahuu mirkaneeffatta.
Daandiin imala jireenyaa immoo kana daran of eeggannoo barbaachisa. Karaan milkaa'ina keenyaf irra tarkaanfachaa jirru galma keenyan nu gaha moo, daandii biraa qabannee irra jirra laata? 🤔
Dhugo A Ali
Kkkkk ittin bohara
27/07/2022
"Hawaasni nuti hooggannu kun, mixaaxa oowwaadha. Mixaaxni oowwaan; yoo waa irratti qican ni bilcheeysa, Yokaan ifiif gubata."
Baba Shek amiin Ibroo Page
waanuma harka kee irratti argatte hunda dubbisi, Sababni isaas yaada essaa akka argatuu hin beektu.
25/07/2022
Rabbii ko
***********
Situ goonaan malee
Dandeettii koon ala
Ati jennaan garuu
Nagaan baheen gala
Dhabuuf argachuuttis
Haala hunda laalee
Fira hundumaarra
Sumatu naaf caale
Galatoomi malee
Aarsaa biraan feetu
Baay'isee na dhiba
Gargaarsa kan keetu
Dhufee as gaheera
Si'iin gargaaramee
Kun si taanaan malee
Eenyuun naaf yaadamee?
Namni keessaan qabu
Hunduu si'iin ta'e
Galatoomin jedha
Lafan taa'uu ka'ee
Hunda Caala Rabbii
Kon Galatoomfadha
Itti Aanse Ammoo.
Galatooman Jedha
Haadhaaf Abbaa kootin
Galatooman jedha
Maati to Hundaani
Galatooman jedha
Alii fi Ollaadhanii
Galatooman jedha
Saahibban ko hundaani
Galatooman jedha.
Kan naaf yaaddan
Hundaani
Galatooman jedha
Kan natti yaaddan
Hundaani.
Galatooman jedha
Kan najajabeessitan
Hundaani
Galatoomi hundi
Kan na kuffisuuf yaaddan
Hundaani.
Harmee to Rabbiin
Jannataan Haa
Qananiisu.
Hundaa Caala isinin
Jaalladha .
Rabbiif jecha.❤
Galatooma.
Halkan Gaari Qabaadha.
Barreessan ykn CopywriteDugomsa Page
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Asebe Teferi
0102
