U.Abraahim Bakare

U.Abraahim Bakare

Share

Tooltuu hojjachuun bor si fayyaaddi

Photos from U.Abraahim Bakare's post 17/02/2026

!!
Baga Baatii Ramadaanaa Bara 1447ffaadhaan Nagaan ittiin isin ga'e. Hanga ammaatti hordoffii godhameen jiini Waan muldhateef gurraandhalli 11/2018 guyyaa boru guyyaa jalqabaa baatii Ramadaanaa ta'uun mirkanaa'eera.

Irra deebiidhaan baga ittiin isin ga'a!!

17/02/2026

BAGA GEESSAN! 🌙✨
• Boru Ramadaana!
• Galgala kana Taraawiiha jalqabna!

Hiriyyaa fi fira keenya hedduutu osoo Ramadaana kana hin ga’in addunyaa kanarraa addaan godaanan. Nuti garuu carraa ADDAA kana arganneerra...

Baga kanaan nu ga'e!
Akka Ramadaana dhumaa soomaa jirrutti haa jabaannuu!

27/03/2025

Halkan 27 halkan barakhaadhaati inshaa allaah
Haajaa teenya hundaahu Rabbiin nuuf haabaasu
Warra milkaahe nuhaagodhu Yaaddo sitti jirtu rabbiin siif haabaasu
Murtii gaari Rabbiin nuuf haamurteessu
Hamtuu rabbi nutti hinmurteessin
😭obboleessa qaalii yaa obboleytii qaalii Rabbiin nun hongeessin
Warra milkaahe nuhaagodhu
Khadhaatenya Rabbiin nuuf haaqebalu salaata keenya soommana keenya kheyri teenya nuuf haaqebalu
Warra milkaahe nuhaagodhu
🤲🤲 Waan argachuuf niyyatte hundaahu rabbiin siif haakannu
Badii teenya dhiifama nuuf haagodhu Aammiin Aammiin Aammiin

Allaahumma innaka afuwn Tuhibbul afuwa fa'afu annii
Aammiin
Barressaan
Ana obboleessa keessan biraahiim bakaretti

26/02/2025

ODUU
|| Manni Murtii Waliigalaa Sa'udii Arabiyaa Jiraattonni ji'a kabajamaa Jimaata galgala Fulbaana 28 bara 2025, 29 Sha'ban 1446 AH akka qoratan ifatti waamicha dhiyeesse.

Namni ijaan ykn karaa binoculariin arge mana murtii dhiyoo jiru beeksisee ragaa isaa galmeessisuuf, ykn giddugala dhiyoo jiru qunnamee mana murtii dhiyoo jiru akka gahu isa gargaare.
Inside the Haramain
Toltu Multimedia Production

25/01/2025

اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد وعلى اله وصحبه وسلم تسليما كثيرا عدد خلقك و رضا نفسك وزنة عرشك ومداد كلماتك 🌹

12/01/2025
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Asebe Teferi?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababaa
Asebe Teferi