Mame Sufiyan
Ani Oromoo islaamaati
26/09/2023
Haraami Yokaan dhoorgaadha . Akka amantiin Muslimaa Nudhoorgutti kana tahuu osoo beytuu yo goote siitu irraa gafatama malee sheekkanii miti. Nutti himuuf dirqama qabu isaanis
Hedduun Namaa garuu ; Akka waan shari'aan qabsoo qabuut natti fakkaate faallaa deema
Faallaa Kan deemu garuu Munaafiqa qofa.
Rabbiin jalaa najaa nuhaa baasuu 🤲
21/08/2023
Dhugaa Yoon siihime
Ani hedduun isin jaaladha ❤️
12/08/2023
Afeeramtanii jirtu
Boru Ganama Walarkkaan Keenya B Haa Ta,uu
08/08/2023
wayya jenneetuma
Hoggantootaa kabajamtoota Hayoota keenya ❤️
07/08/2023
Tokko sin gahu💙
Sabboontuu
04/08/2023
Good Morning Oromia❤️✅❤️
Miidiyarraa fagaachuun,Hojii nama hin dhooggu!
Qabsoo ummataa hin laganne,Sabnis sin daganne!
Beekkumsaafi muuxannoo qabduun takkaa hin boqanne!waan saba kanaaf hin ta’a jettee amantu dubbachuufis haa ta’u hojjachuuf bakkaafi haala hin filane
✍️ Gumaa Qeerroo Oromiyaa
02/08/2023
01/08/2023
Ulamaan Dhaaltuu Anbiyaati jedhan
Nabi Muhammad S..A...w
Umrii nuuf haa dheereysu🤲
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Asebe Teferi
BADESA
