Mana Barumsa Addaa Jalloo Muktaar
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana Barumsa Addaa Jalloo Muktaar, Health/Beauty, Gemechiis, Asebe Teferi.
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Fiixa Bass Saba, Bashaasha Nama, Wabbiin Koo Raabbumma, Mahamed Abdurahman, Abdii Magarsaa Ok, Sisay Habtamu, Hundee Galataa
20/04/2025
😘🤔❤
10/03/2025
Facebook Lite for Android This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.
29/01/2025
Yaa’ii Paartii Badhadhinaa 2ffaarraa maaltu eegama?
Yaa’ichaan murtoowwan mul’ata badhaadhina waloo Itiyoophiyaa mirkaneessuu danda’an ni darbu jedhamee eegama
Murtoowwaniifi kallattiiwwan Paarticha cimsuu danda’an ni darbu jedhamee eegama
Murtoowwan imaammataafi tarsiimoo mootummaa cimsan ni darbu jedhamee eegama
Murtoowwan guddina waaraa mirkaneessan gara garaa ni darbu jedhamee eegama
Kallattiiwwan qaala’insa gatii tasgabbeesuu, carraa hojii babal’isuu, guddina dinagdee itti fufiisuufi kenna tajaajilaa si’eessuuf gargaaran ni darbu jedhamee eegama
Murtoowwaniifi kallattiiwwan faayidaa biyyaalessaa mirkaneessan ni darbu jedhamee eegama
Murtoofi kallattiiwwan Itiyoophiyaa fakkeenya Badhaadhina Afriikaa gochuuf gargaaran ni darbu jedhamee eegama
Yaa’icha milkeessuuf koreewwan gara garaa hunda’anii qophii taasisaa kan turan yoo ta’u qophiin walii galaa xumurameera
Yaa’ichi mata duree ‘ waadaarraa hanga Aadaatti’ jedhuun taa’aama
Paartiin Badhaadhinaa, Paartii miseensota miiliyoona 15.7 qabuudha
Paartiin Badhaadhinaa, Paartii ummataafi biyya guddoo hogganuudha
Paartiin Badhaadhinaa, Paartii dameewwan hundaan milkaa’inoota gurguddoo galmeessisaa dhufeedha, sababa kanaanis Yaa’ichi xiyyeeffannoo addaa argateera.
Yaa’icharratti namoonni kuma 1 fi 700 sagalee kennuun hirmaatu
Miseensonni koree giddu galeessaa, miseensonni Inspekshiniifi komishinii Naamuusaa, gurmaa’insi gara garaa ni hirmaatu
Bakka buutonni kutaalee hawaasaa, bakka buutonni paartilee morkattootaafi keessummoonni sagalee malee hirmaatu.
Biyyoota addunyaa gara garaarraa 15 irraa bakka buutonni paartilee obbolaa yaa’icharratti hirmaachuun walooma isaanii ni ibsu jedhamee eega
Paartiin Badhaadhinaa waggoottan darban qaala’iinsa gatii tasgabbeessuu, omishaalee biyya keessatti bakka buusuu, daldala al ergii guddisuu, hojiiwwan namarratti xiyyeefataniifi hojiiwwan biroo hojjeteera
05/01/2025
# # # G/H/Lixaa Aanaa Gammachiis M/Barumsa Addaa Jalloo Muktaar sad- 1ffaa Hojii Inisheetiivii kanniisaa # # #
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Asebe Teferi
