Badriyaa waan ofiii

Badriyaa waan ofiii

Share

Fayyaan qabachuun waan mara Caala

Photos from Abiy Ahmed Ali's post 02/02/2025
Photos from Badriyaa waan ofiii's post 02/02/2025

Miira financial boodaa

Photos from Badriyaa waan ofiii's post 02/02/2025
02/02/2025
Photos from Badriyaa waan ofiii's post 02/02/2025

!

Godina Harargee Lixaa Aanaa Ancaaritti Waajjirri fayyaa Aanaa Ancaar "initiative " Muummicha Ministeeraatiin labsamee jiru "TSEDU ANCHAR " Keessaa tokko Taatee filatamuun ni beekkama Kana hojii irra oolchuuf sosochii tsedu Anchar cimsuuf Kilabii Kubbaa Miilaa magaalaa calalaqaatiif uffata Maaliyaa maxxansuun bakka I/A Bulchaa fi I/G Waajjira Qonnaa fi Lafaa Aanaa Ancaar Obbo ,I/G ATEN Godina Hararagee Lixaa Obbo fi Bakka Bu'aa I/G Waajjira Fayyaa Aanaa Ancaar Obbo fi Taphattoonni Kilabichaa argamanitti taphattootaaf Uffataa fi Kubbaan kan kenname yoo tahu taphattootnis hojii qulqullinaa irratti waajjira fayyaa wajjiin tahuun hojjachuu akka qaban I/A Bulchaa fi I/G Waajjira Qonnaa fi Lafaa Aanaa Ancaar Obbo Abduramaan Kadiirootiin ergamni itti keennamee jira.

31/01/2025

Follow like 👍

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Asebe Teferi?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Asebe Teferi