Dr /Guta Tolera
Jesus is Lord ���
30/04/2024
Oduu Addunyaa guutuu ajaa'ibsiise!!🫣🙈
Intalti suuraa irratti mullattu tun lammii biyya Faransaay yoo taatu urmiin ishee waggaa 29 Waan nama ajaa'ibu Umrii hanga kana keessatti "takkaa rifeensa qaama saala koo of irraa cire hin beeku" jetti. " rifeensa qaama saala kanas akkuma rifeensa mataa koo guyyaa guyyaanin miica, dibata barbaachisus godhaaf" jetti🙈 dubbii ishee kanas Addunyaa guutuun ajaa'ibe le miidiyaan gurguddaan adda addaa oofaa jira🙆♂️ kananis dubartii akka Addunyatti rifeensa qaama saala dheeraa qabdu ta'uun Addunyaa irratti galmooytee jirti. Safuudhabboo😂😖
Miidhaa Fi Faayiddaa rifeensaa qaama saalaa telegram channel Koo join godhaa dubbisa!
20/04/2024
22/06/2022
Carraa keessaan ilallaa
Dr Guta tolera
Dhibee Toonsilii/infeekshinii Toonsilii akkamitti manatti of yaalla?
==============================
1. Bishaan ho'aa baayinaan dhuguu
2. Bishaan bircuqqoo tokkotti soogidda fal'aana walakkaa naqnee xiqqoo ho'isuun ittiin hanga qoonqoo keenyatti lulluuqachuu. Sekondii 30-45f
3. Damma fal'aana tokkoo fi soogidda fal'aana walakkaa bishaan xiqqoo ho'aatti naquun yeroo yerootti lulluuqachuu
4. Yeroo dhibee kanaan qabamnu nyaatawwan jajjaboo tahan kanneen akka chiipsii, appilii ykn kaarotii dheedhii yeroo nyaannu qoonqoo keenya waan nu dhukkubsaniif amma fayyinutti soorachuu dhiisuu.
5. Yeroo dhukkubbii toonsilii sagaleen waan nama duuduu danda’uuf sagalee guddaan haasa’uurraa of qusachuu; Sababni isaas dhukkubbii sana daraan hammeessuu danda'a.
6. Boqonnaa fudhachuu
7. Loozenjis Kan jedhaman ; Kan faarmaasirraa gurguraman; Kan akka karameellaatti xuuxamu waan jiruuf isa fayyadamuunis gaariidha!
Yeroo akkamii Mana yaalaa deemuu qabna?
√Dhukkubbiin guyyaa lamaa oliif yoo nurra ture
√Dhukkubbii qoonqoo hamaa Kan nyaata nyaachuu fi liqimsuu nu dadhabsiisu
√Hafuurri namatti ciccituun yoo nu mudate
√Ho'inni qaamaa olaanaa guyyaa sadii oliif yoo nurra ture
√Dadhabbiin baayyee yoo nu mudate
√Toonsiliin baayyee yoo namarra ture hammaachaa deemuun Malaa kuufachuu; akkasumas Dhibee onneef qaamota biroof nu saaxiluu danda'a.
Akkamitti ofirraa dhorkina.
√Jarmiileen Dhibee toonsilii fidan baayinaan namaa namatti waan daddarbaniif harkaa keenya nyaata duraa fi booda sirr
Like fi invite godha naa deeggara
Click here to claim your Sponsored Listing.
