Nuuruu Muhammad qaasim
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nuuruu Muhammad qaasim, Health/Beauty, Oromiyaa, London.
26/11/2024
Imimmaan harmee keeenya kan dhangalaasaa jiru abbaa irree maqaa oromootin aangorra jiru kanaatuu faannoo leenjifatee ummata keenya fixaa jira. Kana ofirraa dhaabudhaaf ummanni keenya jaarmaya isaa jalatti hiriiruu qaba
23/11/2024
Qaawwa guddaa argatte
Nu wal gaarreffannaanii
Tisiisni kan nu nyaattu
Nu tokkummaa dhabnaani…
Gaarri gaara gubbaa
Kan kaaniif dur sagalee
Mixiitu arba nyaate
Dhagahi yoo siif gale.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
London
