Jerejertu Studio

Jerejertu Studio

Share

Jireenya kee jijjiruuf sammuu jijjiiramaan har'a jijjiirama eegali!

16/05/2022

Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu

Yaa Allaah nuti of miidhoodha, yoo ati araarama nuuf hin godhin , yoo ati rahmata nuuf hin godhin, nuti warra kasaare irraa taana

Yaa Allaah nuuf araarami,

Mahammad

16/05/2022

Seenaa addaa!
Dargaggeeysa tokkootu osoo hin fuudhin akka malee ture. Maatiin isaa "fuudhi" jachuun kadhatanii dadhaban. Boodarra sheekha jabaa tokkotti isa himan. Sheekhtichi dargaggeeysa kana yaamee "ati maaliif hin fuune?!" Jachuun gaafate. Hoggaa kana inniniis "dhalaa ulaagaan ani barbaaddu guuttu hin arkanne" ja'ee deebiseef. Sheekhnis ajaa'ibee "ati intala akkam barbaadda?!" jachuun gaafate. Hoggaa kana dargaggeeysichi "intala harka kiyya qabdee Jannata nageeysitu, tan ilma Beeytal Maqdis (Al aqsaa) harka Islaamaatti deebisu naaf dhaltu barbaada" ja'ee deebiseef. Sheekhtichi ulaagaa isaa ajaa'ibee, "intala ati barbaaddu siif haa kennu" ja'ee isa dhiise.

Guyyaa takka osoo Masjiida keessa jiranii, intalti sheekhticha kanaan "jaarsa harka kiyya qabee Jannata nageeysu, kaniin Ilma beeytalmaqdis bilisoomsu dhaluuf naaf kadhu" sheekhaan jatte. Ajiib!

Hoggaa kana sheekhtichi dargaggeeysa kana yaamee intala tana isa fuusise. Ilmi isaan dhalaan " Salahadin Al Ayub " ture
Mahammad

16/05/2022

● Akkaataa namoonni ittiin si ilaalan homa miti. Murteessaan akkaataa ati ittiin of ilaaltuu dha.!

:¨·.·¨: ❀
`·. Zaahir Mahammad

16/05/2022

☆☆☆ ☆☆☆
Amantaa Nagayaa
☆☆☆ ☆☆☆
Amantaan islaamaadhaa dhugaatti amantaa nagayaafi haqummaa kan mudaa tokkollee hin qabne amantaa qulqulluudha.kanaafuu amantaan kun namoota hundaafuu barbaachisaadha.
☆☆☆ ☆☆☆ ☆☆☆
Akka amantaa islaamaa osoo taatee silaa adduniyaan kun haqummaafi nageenyaan woliin jiraata ture.
○○○ ○○○ ○○○ ○○○
Halkan milkii kan gammachuu siniif haa taatu nagayaan bulaa!

Barreeffama,walaloofi nashidaalee garaa garaa argachuuf channel asii gadii join godhaa.

16/05/2022

● Akkaataa namoonni ittiin si ilaalan homa miti. Murteessaan akkaataa ati ittiin of ilaaltuu dha.!

:¨·.·¨: ❀
`·. Mahammad

16/05/2022

➩ Amanamummaan akka Daawitiiti. takkaa yoo cabe akka duriitti si hin agarsiisu!

:¨·.·¨: ❀
`·.

16/05/2022

● Ogeessi Yaadaa Waan Hunda Hubata. Osoo Ati Hin Dubbatin Adeemsaaf Ilaalcha Kee Ilaalee Si Madaala, Si Beeka. Ogeessi Hubatee Raawwachuuf Malee Ilaalee Dubbachuuf Hin Ariifatu.

Atis ogeessa ta'i.

♡ sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​ ♡

16/05/2022

♤ Mammaaksa ♤

彡• Ijaa fi ijoolleen tika baddi.

彡• Afaan gaariin, afaa gaarii caala.

彡• Ani badeen waan bade hin galchitu.

➦ ♡ sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​ ♡

16/05/2022

♥️ Biqiltuu fi Jaalalli abbuma kunuunseef biqilee dagaaga.

Maxxansa keenyaaf ♥️gochuu hin dagatiinaa hamilee keenyaaf!
Halkan_Gaarii !!!
🌹

16/05/2022

Qorannoowwan akka agarsiisanitti namoonni wantoota guban ( Fkn. Qaaraa ) hedduumminaan nyaatan namoota kanneen hin nyaanne caala percentii 15 (15%) umurii dheeraa jiraatu.

☺️ Ciree fi laaqanni kee wanta si gubuu haa ta'uka😜😁

16/05/2022

Maloota 10 Nama Jaallatan Ittiin Irranfatan

Gaafa nama jaallataniin gargar bahan, Jireenyi namatti ulfaata, waan of dura tarkaanfachuun hin danda’amne namatti fakkaata, yaadaan dhiphachuun, akkasumas abjuun dukkanaa namatti mul’achuun rakkoo hedduuf saaxiluu danda’a.
Gargar bahuun yoo dirqama ta’e, hariiroo dabre irraanfachuuf maloota armaan gadii hordofuun furmaata ni ta’a.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Nairobi?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Nairobi
ZAAHIR