Nyeenca Qocoocoo

Nyeenca Qocoocoo

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nyeenca Qocoocoo, Health/Beauty, Nairobi.

Photos from Nyeenca Qocoocoo's post 10/01/2026

Qeeqa lafa investment ta Abba Qabeenna Harariifi khennamtee.

‎Ta qaraa Abba Hararii nama misooma jajjabaa akkasumaas nama jalala ummataa keenna kha Booranaatfi qabu, laftii sirriitti maltiif.

‎Garuu akkataan laftii tun itti isaa kennamtee dogoongora gudda qabdii .

‎1ffaa laftii Hectar 3 ta magaala keesaatti nama dhunfaati kennaani sirrii mitii. ( Obruuyyu hector 3 namaa hin Kennani
‎)
‎2ffaa, eega investment jedhmtee kennaamte building irraatti xiyyeefachuu malan malee, Mani guutuu xixiqqaan Kun sirrii mitii mana akkasi Abba Qabeenna dhiisii namii hin ijjaarre hin jiruu.

‎3,ffaa Lafa uummatii fudhatee ixaa( carraa) cufa harka qabuu
‎nama dhunfaati jedhanii kha project mootummaa hin tahin jumlaan Uummata buqqisuun sirrii mitii. ( Ka uummata hin mariisisin, ka kaasaa hin kanfalaniin, tun tuffii uummata garsiistii), yo barbaachisa taate inni uummata irraa bitachuu male.

10/01/2026

Boorani liiban waggoota 6 fi 7 oli rakkoo ulfaata rakkoo nageenya rakkoo siyaasaa,diinaagdee fi hawaasummaa hammaata qabaataa akka ture beekamaadha rakkoo tana keessaa rakkoon hammaata jennee kaafnu adda dureen rakkoo saamicha daangaatti.

Boorani liiban sababa rakkoo nageenyaa keessoo isaati dhalateen daangaa ofii kabachiisuu hin dandeenye,kanaaf saamicha daangaa Oromiyaa baldhaan gaaggeffamee jiraa. waan kalee taa ardaa ijaaruuf dhungootti dhalatee miti, waggaa torbaan duraa rakkoon nageenyaa keessoo Oromiyaatti akka waligaalatti jiraachuun beekkamaadha.

Ardha garuu rakkoon nageena suni akka kalee hin jirtuu, bulchiinsi Godina Boorana Bahaa gaafiiwwan armaan gadii kanaaf deebi keennuu qaba!

1) Daangaan Oromiyaa eesa? Ganda Odaa diimatti Albuuda irrati waldaa gurmeessuun hojjacha hin turree?? laftii suni amma harka eenyuun jirti?

2) Daangaa Oromiyaa saamame deebisuuf carraaqqiin isan gootan maali?!

3) Odaa Diimaan/dheekkaan daangaa oromiyaa ta'u osoo beekamu,soomaleen duraanu akkamiin akka lafa teena saamtu osoo beekamu dhungoo fi ijaaruu irratti falmii geeggessuun/ardaa kana iddoo falmii taasisuun maaliif barbaachisee?

4.) isan akkasitti hubachuu baattanis daangaan kan Oromiyaati,falmii daangaa ka'e namni jaarsa ta'e dubbii ilaalutti jiru eenu? Gosa tamii? Daangaan Oromiyaa kan saamamee isaan hin ilaallatu inni jaarsa ta'a? daangaa saamame gosa Oromoo Arsii hin ilaallatu? Gujii hin laallatu?

5) Aanaa maddaa walaabu kallattii Aanaa Qarsaa Duulaatiin waldaangessuun Soomaleen cabsitee seente kiilomeetira 3 gubba jirti, Oromoon ardaa kana qubattuu Arsii,obboleyyaan teena Arsiin Oromoo adoo ardaan isii saamamuuti jiruu akkamiin jaarsa qulqullicha taate daangaa Oromiyaa saamame amanamummaan jidduu seente? Torbee tokko dura addeelle waraana turee Soomaleen diinummaaf waraana lafa Oromoo fi Oromiyaa irrati labsitee jaarsii Soomaleen amanattee gama Oromooti jaaarsa qulqullicha jettee fudhatte hundii yoo seerii jiraate itti gaafatamuuf jirtu maqaa keesanis dhihoottu oli baafna.

Walumagalattii bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa,bulchiinsi Godina Boorana dhagaha,dubbii jajjabduuti dhufaa Jiraa qaamni dubbii tana keessaa harka qabu hundinuu yoo seerii jiraate itti gaafatamuuf deemaa dubbiin lafaa dubbii lafeeti hin dhiifnu quba qabaadha.

Hoggaansi Mootummaa kana keessaa harka qabus isan hin dhiifnu calleessaan isan taajjabaa Jirra.
Lafa lafee goototaan ardha geette.

HIRPHA BAHIRU DHUGAAN LEELLISA NEW ETHIOPIA GOSPEL SONG November 9, 2025 12/11/2025

HIRPHA BAHIRU DHUGAAN LEELLISA NEW ETHIOPIA GOSPEL SONG November 9, 2025 Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

26/03/2022

Waaqa Bokkaan nu qaabatte galanni ke

18/08/2021

Namii ati waliin hojjaatu cufa jaal/friend keeti miti
1: hojjii te hojjadhu
2: mushaaraa ke fudhaadhu
3 Gara Mana keeti

ወደ ቤት

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Nairobi?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Nairobi