Jemsi page

Jemsi page

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jemsi page, Health/Beauty, Colombo.

29/07/2025

As wr wb
Jiraa jirtuu
Hordoftoota
Shoshaaal middiyya

26/07/2025

Maashaa Allah

๐Ÿ˜ขQabrii Haadha Ergamaa Rabbii ๏ทบ Aaminaa intala wahaab!!๐Ÿฅฐ

โœ๏ธ Qabriin haadha Rasuula Aaminaa intala wahaab haati Nabiyyii s a w umrii waggaa digdamii shan hin caalletti duute gaara ykn tabba gubbatti awwaalamte qabrii isii lolaa irraa ittisuuf jecha. Haati Aymaan: kottu yaa muhammed Awwaala haadhakee akkan qotuu na gargaari.jette Nabiyyiin ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… qotatee booya haati Aymaanis boochee fuula cufanii rasuula s a w qabrii haadha isaa laaluu hin barbaadu ture Haati Aymaan Qabrii keessa nagaha buusanii,biyyee itti naqanii,haati Aymaan harka nabiyyii,s.a,w qabanii deemuuf niyyatanii,osoo inni booyuu:haadha,ko haadha ko , Haadha koo dhiisnne hin deemnnu jedha ! haati Aymaan imimmaan isaa irraa kan ka'e ni boossi jecha daa'imni sun abbaa dhabee gara addunyaa dhufe haadha isaa dhabee yeroo lammaffaaf yatiima ta'e.garaa isii gube ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

Waggaa shantamii shan booda, Nabiyyiin ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…, ifaa banaadhaan gara makkaatti deebiโ€™an, sahaabonni kuma kudhaniin lakkaaโ€™aman isaa waliin jiran ture Rasuulli sahabota irraa qobaa ba.aani qabrii haadha ilaaluu eegalan qabiri haadha isaa argee akka lolaan hin fuune sirresse booye dhiisu dinnaan Rasuulli Rabbii ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… Osoo inni gaddee booyuu Umar ibn Al-Khattab Rabbiin isarraa haa jaalatu, akkas jedhe: Yaa Rasuul Allah .. Allah .. Maaltu si boochise jedhee gaafate ? Qabriin isin ani qotuu na agartan qabrii haadha kiyyaaf haati Aymaan naa waliin awwaalte rabbii kiyya akka isii ziyaaruufin barbaade, kanaaf hayyama naaf godhe, anis rabbii kiyyarraa araarama barbaade, isiidhaaf araarama gaafachuuf, inni naaf hin kennine Eeyyama, kanaaf gara kutummaa ilmi haadha irraa fudhatu irraa na fageesse, kanaaf na boochise .๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ.
Nabiyyiin ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… fi sahaabonni hundi hanga guyyaan guyyaa san caalaa booyan .

26/07/2025

Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin

Si dhukkubsee Dhukkubaan sin aachisin,
Si dhoorkee dhabaan sin yaachisin.๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

26/07/2025

Abbu summii@Jemsi page
Follow

25/07/2025

Well come today

22/04/2025

As wr wb akkami
Jiraa jirtuu
Mammadootaafi
Faaxinis

19/01/2025

As wr wb akkami
Jallaan

Fn

31/10/2024

Sallallahu ___Alleyhii ______Wassaallam _____Minutes ____Takkaf _____Salawaata ____Buusi,

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Colombo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Colombo