Ibsa Nasrii Mamad Tiira
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ibsa Nasrii Mamad Tiira, Health/Beauty, Riyadh.
keeti Walahii
25/10/2025
Amiiiiiiiin Amiiiiiiiin Amiiiiiiiin
14/08/2025
14/08/2025
🇾🇪Yeman fi 🇸🇦 Saudi
namni fuulasii beytan yoo hin beeyne illee share godhaa maatii isii itti barbaada rabbirraa arkatan.
Faizaa Adaam ibroo Jeedhaamtii dhaalonii kiya
Harargee Aanaa Faadiisii qofa himte. Gaaraa Saa,udii Araabiiyyaa osoo taariibaa deemaa jiirtuu lubuun isii baatee waara jaanaataa Raabii haa godhuu. Waarii fulaa isii beeytaan waaraa isii biiraan gaahaa sheer naa godhaa Haadaaraa oromo too
14/08/2025
BEYSISA:
Jiraattoota biyya Kanadaa magaalaa Kaalgaarii fi naannawa isii hundaaf. Yoo Rabbi ja’e August 1 fi 2 sagantaa eebba Masjid Bilaal qabna. Akkuma beekkamu Masjid Bilaal bara 2020 G.C eega bitameen booda jaarmaya adda addaa jala ture. Amma garuu ijaarsa isaa xumuratee eebbifamuuf qophiirra jira. Sagantaa eebbaa tanarratti Ulamaafi keessummoonni addaa north Ameerikaatti beekkaman hedduun irratti ni hirmaatan. Hundi keessanuu sagantaa eebbaa tanarratti akka argamtan kabajaan isin afeerra.
Iddoon: sagantaan itti gaggeeffamtu Masjid Bilaali.
4527 6a St NE, Calgary
Guyyaan: August 1 fi 2
Yeroon : 2:00pm kaaseeti.
Odeeffannoo dabalataatiif:
(780) 802-5458 ykn +1 (403) 554-6484 irratti nu qunnamuu ni dandeessan.
Click here to claim your Sponsored Listing.

14/08/2025