Hõpē
I
04/20/2025
07/13/2024
OMG
Namni ofii iyyuu dugdaa isa qaqqaabe dhiqachu yeroo dadhabe haadha mana isan kottu naaf micii jedhu
Mucaan kun harkaa isa gara barbaadetti sochosaa
Maaloodhaa jarana lafeen nama keessaa eessa bu'ee 😂😂
Maayinni dhaloota kana akka hiddaa mimicciiree fixee 😔
Waanuma fedheefuu jajjabeeffamuu qaba
Eyob Tariku
04/16/2024
Welcome Natinael Tamene
Natnael Tamene Official - YouTube This is Official Natnael Tamene YouTube channelSubscribeLike and share for new spiritual Songs
04/15/2024
Waadaa Bultii Caalii
Sabni koo jal'ina lama hojjete; ana isa burqaa bishaan jireenyaa ta'e dhiisee, qodaa bishaanii isa urataa bishaan baachuu hin dandeenye in tolfate.
Ermiyaas Raajichaa : 2 :13
🥲🤲
Jireenya kee keessatti wanti gatii guddaa qabu kan maallaqa caalaa gatii guddaa qabu maali?
Waaqayyo yeroo hundumaa ijoollee isaa warra badan waamaa jira.
03/09/2023
Abbootiin Qabeenyaa Oromoo Raajii Abbaa Mul’ataa Waldaa fi TV Araaraa 📺 Konkolaataa Miliyoona 23 baasu har’a badhaasan 🚘 🚘
Baayyee nama gammachiisa Waaqayyo dachaa isaan haa eebbisu ammayyuu deemsi itti fufa📸🦅🤷🏽♂️
Ofiin hin saaminaa Waaqayyoos Sabnis yoo isinitti gammade akkasitti isin badhaasaa😍
03/08/2023
happy mother's day,! let us take good care of their children let us honor and help our mother
Click here to claim your Sponsored Listing.
Website
Address
Atlanta, GA
