Imala Tube
Imala Tube
08/22/2022
Simboo keessan ilaalee
Meeqaatu isin hawwaa
Hundumaa loltanii
Nurraa cuftan qaawwaa
Meeqaatu mana taa'ee
Osoo jechaa Oolaa
Jabaa ka jaajjabee ko
Isinitu diina qolaa
Otuun ta'ee turee
Xiyyitii jajjabee
Uruun waliin deemee
Gaduma of qabee
Otuun ta'ee turee
Qawwee isaa sana
Onoo silaa yoona
Yooman taa'a mana
Meeqaatu tilmaama
Shurrubbaa kee ta'uu
Onneef kutannaan qabu
Silaa manaa hin ba'u!
08/22/2022
06/28/2022
Miseensi WBO, Jaal Xiiqii Lammeessaa, Ayyaana Hundeeffama ONM - ABO ganna 2'ssoo irratti dhaammate
06/28/2022
Imala Tube - YouTube Imala Daandii Followers ยท 307% done BioAbdiin Koo RabbiiSubscribe Godhaa
06/28/2022
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Mountain View, CA
405037

07/31/2022
06/28/2022
06/28/2022