Qosaa oromo

Qosaa oromo

Teilen

Kontaktinformationen, Karte und Wegbeschreibungen, Kontaktformulare, Öffnungszeiten, Dienstleistungen, Bewertungen, Fotos, Videos und Ankündigungen von Qosaa oromo, Frankfurt am Main, Hessen, Frankfurt.

22/10/2020

Abiyii hatuu shokaa

Photos from Qosaa oromo's post 16/04/2020

Baga Guyyaa Gootota Oromoo Geessan!
15/2020

16/04/2020

Qilensaa baranatii

Jechoota Gaggaarii 09/01/2020

| «Ibsa kenniteen»

Iraan biyyoota idil Addunyaaf akeekkachiisa kennite.

"Eeyye! Adabbii nurra gaheef deebiisaa wal-fakkaataa kenninee jirra, deebiisaa keenyas akka seera UN heera 51 jalatti tumamee jiruun deebisaa seera qabeessa deebisnee jirra. Biyyi tokko yoo biyya biraa haleele biyyi haleelame haleellaa madaalawaa kennuu nii danda'a seera jedhu irratti hundoofnee deebisaa kenninee jirra. Haa ta'u malee kana booda Ameerikaan biyya ishee irraa kaatee nu waraanuu nii dandeessi nutis deebisaa nii qabna, garuu dachii biyyoota ollaa kam irrallee teessee nu waraanuuf biyya biraa waliin yoo walii galte, biyya isheen walii galte sun diina guddaa Iraan taati, Eeyyeen biyya haala kanaan Ameerikaaf tumsitu daaraa nii goona.

Ameerikaa waliin waraana walitti nii banna, nutis dirree keenya irratti isheenis dirree ishee irratti hin ta'u taanaan biyyi biraa yoo gidduu gale biyyi sun nagaa haa dhaammattu sababni isaas Iraan haleellaa jabaa waan irratti geggeessituuf" jechuun ambaasaddarri Iraan ibsee jira.

Yaa Rabbi Ameerikaa salphatte ijaan nu agarsiisi.

Odeeffannoolee wa-fakkaatoo biroof like share gochuun nu faana turaa.

Qophiilee keenya karaa toora channel YouTube keenya subscribe gochuun nu hordofuu nii dandeessu
https://m.youtube.com/channel/UCeYT34MhwPKcwnrgngNXRBA

©Jechoota Gaggaarii

Jechoota Gaggaarii Odeeffannoo Dinqisiisoo Addunyaa Keenyaa, Gorsaa Fi Asoosama Seenaa Dhugaa Irratti Hunda'an Channel Kana Irraa Nii Argattu Subscribe Gochuun Nu Hordofaa

08/01/2020

Hin tufatiin galataa galchii

Wollen Sie Ihr Service zum Top-Schönheitssalon in Frankfurt machen?
Klicken Sie hier, um Ihren Gesponserten Eintrag zu erhalten.

Webseite

Adresse


Frankfurt Am Main, Hessen
Frankfurt
60311