Kaaneerraa Bushuraa Gurmuu
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kaaneerraa Bushuraa Gurmuu, Health/Beauty, adaamaa, Adama.
05/11/2021
abbaa oromaa kan nu qabee morma tokkummaan nuuf humnaa gamtaan walaboomna.!!
qeerroof,qarreen nuu dangaa saraarree warri nu gantaanoo maaliif kana hin barree.???
03/11/2021
Aariifaachiisaa abootii qabeenyaa oromoo oromiyaa keessa jirtaan hundaaf.!
============================
beekaamu yeroo amma kana uummaanni oromoo qabsoo guddaatti jira kun immoo akka inni meeshaalee ittin qabsoo isaa aadeemsiisu akka itti hira'atu isaan taasiiseera.kun immoo qabsoo oromoo akka karaa oolee bulu godheera kanaafuu.
qabeenyaa oromoo qabeenyaa keessaan karaa dafqaaniis ,karaa dalgaaniis waliitti qabattaanii kan jirtaan yeroo bayee murteesaa kanatti waraan adda bilisa baasaa uummaata oromoo cina akka dhaabaatan kabaajan isiin gaafanna.
Bulaa.
World Health Organization Ethiopia This is the World Health Organization Country Office for Ethiopia's Official page. Join
14/10/2021
'aamne .!
ta'ii.!!!:-kaniisa ta'ii kan dhangaa hojjeettu,kan gamtaan jiraattu,kan mootii qabdu,kan hojii jaalattu,kan sodaa hin qabnee,kan roorroo hin jaalanne.duutee baddii malee kan diinaaf harka hin laanne.!!
'iin:-kan gaarii hin hojjenne,kan gamtaa hin qabaanne,xiiqiif kan hin hojjenne,kan mootii hin qabaanne,gaafa dukkanni dhufu kan dandeessee hin dhaabanne.ifa barbaachaaf jechaa kan jiruushii yaadanne.!
'ii:-kan dhoqeerraa dhalaate,kan hoomaa isaa gaatee,kan tajjabbii hin beeknee meeshaa dhangaa lixe,isa gamtaa dhaabee afaan abiddaa lixe,isa jiruu isaa hin beekenne bakka argee bulu.baqachuuf dheessuu malee gamtaan diina hin lolu..!!!!!
14/10/2021
addunyaa kana irraa dhala ykn ilmoo tokkoiyyuu hin qabu.garuu akka nama dhala hin qabneeti of yaade hin beeku sabaabin isaas ilmoon kiyya dhugaadha jedhee waanaan amaanuufi.
barbaaduu yoon argaachuu badhees waantoonni na barbaadan na argaataaniiru. Kun immoo mo'aachuus mo'aamuus miti.!!!!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Website
Address
Adaamaa
Adama
