Sultan Alwan
Follow me
05/05/2026
waahii gaafa saan sahibaan koo osoo jennu kan uffaata gurracha sun Hammar jedhama amma hoo essa jira laata.
02/05/2026
maatii koo page koo kanaa follow naaf godhaa
02/05/2026
best of the days
21/04/2026
alhamdullilaah yaa Rabbii kan asiin naa gesse ammallee imala kiyyaa naaf laaffisii.
11/06/2025
WAA SADI, WAA SADI SITTI HIN FAKKAATIN..
• Dubbatuun beekkumsa,
• Obsuun wallaalummaa
• Nama kabajuun sodaa sitti hinfakkaatin
WAA SADI, WAA SADI HIN SE’IN
• Nama beektu hunda fira kee,
• Kan siin lolu hunda diina kee,
• Badiirraa si dhoorguu hammeenna hin se’in.
WAA SADI HIN HAWWIN.
• Bokoyni quufaa mitii,
• Abaarsi eebbaa mitii,
• Summiin qorichaa mitii hin hawwin.
NAMA SADI, WAA SADI JETTEE HIN TILMAAMIN.
• Nama kolgu hunda gammadaa,
• Nama dureessa hunda arjaa,
• Nama dhabaa hunda dony'a jattee hin tilmaamin.
WAA SADI WAA SADIIF JAALADHU
• Aadaan kee eennummaa keeti,
• Afaan kee mallattoo keetii,
• Sabni kee dhiiga keeti jaaladhu.
WAA SADI HUBATTU MALEE HIN SEENIN
• Dubbii keessa hinbeeyne,
• Bishaan gad fageenna isaa hinbeeyne,
• Imala daandii isaa hinbeeyne hubattu malee hin seenin.
Jajjaboo Sabaatin
♧ Oromoon waa sadi (3) jaalata.
1) Adii jaalata = Aannan
2) Aduu jaalata
3) Oduu jaalata
Share share Godhaa dubbisaa
31/05/2025
GC 2025 graduation
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Adama
