Faaruun koo Yesuusiif
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Faaruun koo Yesuusiif, Health/Beauty, woliso, Adama.
Eebbifamneerraa Limmu Genatitti ♥️♥️❤️❤️
Gaalee Taasisa
19/04/2026
Yaa Waaqayyo, gurra kee gara dubbii kootti qabi,
isa ani hasaasee sitti himadhus
yaadatti anaaf fudhadhu!
Faarfannaa 5:1
09/04/2026
Dasse ka'ii naaf kadhadhu.
Gaaf tokko jaarsi tokko barii lafaa dhufanii na dammaqsan. Ka'i naaf kadhadhu, galgalakoof naa kadhadhu naan jedhan. Ijakoo haxaa'adheen garaankoo na gaddeen maali baabbaako maal taatanin jedhe. Duraan luban ture, amma immoo waardiyyaa waldaa kanaati naan jedhan. Garaatu na raafame. Imimmaanni isaanii dhiiga ta'ee natti mul'ate. Adaraa Abboota amantii gatii baasan gattanii wantoota birootti gatii hin kenninaa. Waaqayyo nama gaafata. Kanatti nan deebi'a bal'inaan..
Haati ani waliin dhaabbadhu kun immoo yeroo ari'atamaa sana rasaasa 20 ol dhukaafamee Yesuuskoo na oolche naan jedhan. Gidduu darbe naannoo ukkee bakka luugoo jedhamu deemeen achitti arge. Sagantaa akkuman raawwadheen dhufanii na dubbisanii na biraa deemuu didan. Kitaabakeen barbaade birrii immoo... jedhan. Harmeeko ni dubbiftuu moo ijoollee qabdu jedheen gaafadhe; Lakki ani hin dubbisu. Ergaa kitaabichaa yerooti dubbatte garaakoo na raase. Yeroon kitaabicha manakoo keessatti argun ergicha yaadadha; kanaafan barbaade naan jedhan. Mucaankoos naaf haa dubbiftu naan jedhan. Amma garuu kana fakkaatu. Abbootni keenya warri amanti isaaniitt jajjaboo turan sun, sodaa du'aas laphee hin raafamne. Isaan du'atti of kennan Waaqayyo garuu isaan oolchee; Kunoo dhugaa baatuu kan ta'an jiru. Kaan immoo waamamanii deemaniiru.
Ani kanan jedhu waldaan kiristaanaa namoota seena qabeeyyii akkasii, warra kaleessa gatii guddaa baasan kana dagachuun sirrii miti. Kaleessa dhalootaaf aarsaa kan kaffalan har'a jiruu fi jireenyi itti bitaacha'ee boo'aa kan jiran jiru. Yeros luba kan turan har'a waardiyyaa waldaa ta'anii kan jiran argeera; Hasofsiiseeras.Baayyeen isaanii imimmaaniif natti dubbachuu dadhaban.
Abboota keenya warra gatii baasan Yaadachuutu nurra jira. waliif qoodaa.
05/04/2026
Baga Milkoofte Simboo Mucaa Qaxalee
02/04/2026
25/03/2026
Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Waameraaf Alemu Alemu, Jesus is Lord
Sirraan dhaladhe
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Contact the business
Telephone
Website
Address
Woliso
Adama
04
