Ahmed Gumma Warra
كن رجلا إن أتو بعده يقولون مر وهاذا الأثر❣️
(M2ET)
15/06/2026
Hey! Boo nu Dhiisaa kaa!
ያረጃ ቁማር🤔
Ragaa sobaatiin ummata burjaajessuun haa dhaabbatu.
27/05/2026
Jalqabarratti Anumti mataa kiyyaaf Iid Mubaarak.
Ee itti aansuun Namni Ganda Duniyaa jirtan cufti baga iida 1447H geessan, warra bara hedduu isin haa godhu.
fans
21/05/2026
bareeduma gabroottan rabbii -
13/05/2026
⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin jalqabee jira
✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa:
💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha.
📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama.
👳♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu.
📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina.
🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:-
Dr. Jeeylaan Kadiir
Dr. Kamaal Haaji Galatuu
Dr. Kamaal Tilmoo
Dr. Abdallaah Kadiir
Dr. Mahmuud Huseen
Dr. Alii Jimmaa
Dr. Jibriil Qamar
⏳ Turtiin barumsaa: waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama.
Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata :
Kitaabaan (PDF).
Viidiyoodhaan.
Sagaleedhaan.
Ammaaf Linkii kanaan gara Garee Telegiraamaa seentan join gootanii, booda foormiin galmee isiniif ergamuudhaan gara Waltajjii barnootaaf qophaa'eetti ceetu.
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
Carraa addaati, itti fayyadamaa.
Dubartoota, manguddoota, dargaggoota, hojjattoota mootummaa, warra kutaa barnootaa taa'anii barachuuf carraa hin qabne hunda itti affeeraa.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
