Dynamic Clinic—sheger city, Gelan

Dynamic Clinic—sheger city, Gelan

Share

we treat with passion, we care like family only with specialists Doctor

Photos from Dynamic Clinic—sheger city, Gelan's post 21/02/2025
Photos from Dynamic Clinic—sheger city, Gelan's post 18/12/2024

googuu garaa (ykn mardhimanii) (constipation) of irra ittisuuf maal gochuu qabna!!(Dr . Ayana Sori, specialistii Baqaqsanii yaaluu,,, )
◦ soorata Fiber bay’inaan qaban soorachuu
◦ kuduraa fi muduraa hedduminaan fayyadamuu
◦ dhangala’aa bay’inaan fudhachuu,, garuu dhugaatii alkoolii fi buna hirdhisuu
◦ Temirri goginsa garaa waan ittisuuf osoo hin bayyisiin fayyadamuu
◦ sochii qaamaa taasisuu
◦ yeroo booliin(bobban ) dhufutti osoo bayye hin turiin fayyadamuu
◦ nyaataa suutumaasirritti alanfatanii liqimsuu
◦ yeroo eeganii soorataa soorachuu
◦ soorata zayitaa itti bayyatee fii kan bayye mi’aahan irraa fagaachuu

kannen armaan olii hordofuudhan goguu garaa,,(constipation ) irra of haa eegnuu

የሆድ ድርቀትን ለመከላከል ምን ማድረግ እንዳለብዎት ያውቃሉ?

◦ በፋይበር የበለጠጉ ምግቦችን ማዘውተር
◦ አታክልት፤ ፍራፍሬ እና የስንዴ ዘር የመሳሰሉትን እና ጥራጥሬ መመገብ

◦ ፈሳሽ በብዛት መውሰድ ነገር ግን ቡና እና የአልኮል መጠጦችን በከፍተኛ ሁኔታ መቀነስ

◦ ቴምር በከፍተኛ ሁኔታ ድርቀትን ይከላከላል ሳያበዙት ይመገቡ

◦ የአካል ብቃት እንቅስቃሴ ማድረግ

◦ ሠገራ በሚመጣበት ጊዜ ማስወገድ

◦ ምግብን በዝግታ እና በሚገባ አኝከው መመገብ

◦ ሰዓትዎን ጠብቆ መመገብ

◦ ቅባትነት እና ጣፋጭነት የበዛበትን ምግብ አለመመገብ

እነዚህን በመተግበር የሆድ ድርቀትን መከላከል ይችላል

16/12/2024

አንድ እናት በእርግዝና ወክት መጠቀም የሌለባት/በጥንቃቅቄ መዉሰድ ያለባት መዳኒቶች

=================
1.NSAIDS(Aspirine,Diclofenac,Ibuprofen,Indome
thacin….etc): በተለይ ከ28 ሳምንት በዋላ፣ የ ልጁ ልብ ላይ ችግር ሊያመጣ ይችላል(failure of closure of ductus arteriosus)
2.Statins(Atrovastatine,Simvastatine,Levostatine…etc): እነዚ ምዳኒቶች የ እናት ኮሌስትሮል የሚያወርዱ ናቸዉ፤ኮሌስትሮል ደግሞ ለህጻኑ እድገት እጅግ አስፈላጊ ነዉ።
3.Warfarin: የአፈጣጠር ችግር ሊያስከትል ይችላል( multiple birth defects)
4.Testestrone: የአፈጣጠር ችግር ሊያስከትል ይችላል
5.Misoprostol: ዉርጃ ሊያስከትል ይችላል ( miscarriage)
6.Sulfamethoxale/trimethoprim(Bactrim) በተለይ ከ28 ሳምንት በዋላ፣ 7.Nitroimidazole(Metronidale and Tinidazole): በተለይ በመጀመሪያ 12 ሳምንት (1st trimester) መወሰድ የለበትም
8.Griseofulvin: ዉርጃ ሊያስከትል ይችላል ( spontanous abortion)
9.Methotrexate: የአፈጣጠር ችግር ያስከትላል ‘cleft palate’
10.Thalidomide: የአፈጣጠር ችግር ያስከትላል. (ምሳሌ፤እጅ እና እግር አለመፈጠር፤ወይም አጥሮ መፈጠር።
11.Estradiol
12.Clomiphene citrate: የአፈጣጠር ችግር ያስከትላል
13.Medroxyprogestrone acetate: የአፈጣጠር ችግር ያስከትላል
14.Vitamin A: ዉርጃ ሊያስከትል ይችላል ፤የአፈጣጠር ችግር ያስከትላል
15.Danazol: ይሴት ልጅ የመራቢያ አካል አፈጣጠር ላይ ችግር ያመጣል
16.Finasteride: የልጅ የመራቢያ አካል አፈጣጠር ላይ ችግር ያመጣል
17.Tetracycline: የልጁ አጥንት እና ጥርስ ላይ ችግር ያስከትላል
18.Chloramphenicol: ‘gray baby syndrome’ የሚባል በሽታ ልጁ ላይ ያስከትላል
19.Isoniazid: ልጅ ላይ የጉበት ማጎዳት እና የማንቀጥቀጥ በሽታ ያመጣል
20.Sodium Valporate: ልጅ ላይ የነርቭ ችግር ያስከትላል
21.ACE inhibitors( Enalapril,Captopril,Lisinopril,….etc):ይልጁን እድገት ዪጎዳል
22.Lithium: የልጁን እንቅርት እና ልብ ይጎዳል
23.Phenytoin: ‘cleft lip/palate ያመጣል
24.Anticonvulstants(Trimethadione,Valporic acid,Carbamazepine,): የአፈጣጠር ችግር ያስከትላል
25.Androgens: የአፈጣጠር ችግር ያስከትላል

ምንጭ፤ tirunesh beijing Hospital Drug information center and websites

16/12/2024

QORICHOOTA YEROO ULFAA FUDHATAMUU HIN QABNE
==========
1.NSAIDS(Aspirine,Diclofenac,Ibuprofen,Indome
thacin….etc): keessumaa torbee28 booda(3rd trimester). Onnee daa’imaa irratti miidhaa qaba( closure of ductus arteriosus)
2.Statins(Atrovastatine,Simvastatine,Levostatine…etc): qorichootni kun kolestrolii haadhaa gadi buusu, kolestrooliin ammoo guddina daa’imaaf barbaachisaadha
3.Warfarin: rakkoo dhalootaa fiduu danda’a( multiple birth defects)
4.Testestrone: rakkoo dhalootaa fiduu danda’a
5.Misoprostol: ulfa irraa baasa( miscarriage)
6.Sulfamethoxale/trimethoprim(Bactrim): keessumaa torbee 28 boodafudhatamuu hin qabu
7.Nitroimidazole(Metronidale and Tinidazole): keessumaa torbee 12 jalqabaa irratti(1st trimester) fudhatamuu hin qabu.
8.Griseofulvin: ulfa irraa baasa( spontanous abortion)
9.Methotrexate: rakkoo dhalootaa fida. Fkn ‘cleft palate’
10.Thalidomide: rakkoo dhalootaa fida. Fkn harkaa fi ykn miilli uumamuu dhabuu ykn gabaabbachuu.
11.Estradiol
12.Clomiphene citrate: rakkoo dhalootaa fida
13.Medroxyprogestrone acetate: rakkoo dhalootaa fida
14.Vitamin A: ulfa baasuu danda’a, rakkoo dhalootaas ni fida
15.Danazol: uumama sirna qaama walhormaata daa’imaa dhalaa(durbaa) irratti rakkoo fida
16.Finasteride: guddina sirna walhormaata daa’ima dhiirarrtti rakkoo fida
17.Tetracycline: rakkoo lafee fi ilkaan daa’imaa fida
18.Chloramphenicol: dhukkuba ‘gray baby syndrome’ jedhamu daa’imatti fida
19.Isoniazid: daa’imatti gaggabdoo fi miidhaa tiruu fida
20.Sodium Valporate: rakkoo sirna narvii daa’imaa fida
21.ACE inhibitors( Enalapril,Captopril,Lisinopril,….etc): rakkoo guddina daa’imaa ,rakkoo dhalootaa fi du’aatii daa’ima gadameessa keessaa fida
22.Lithium: xannacha tayroydii fi onnee daa’imaa miidha.
23.Phenytoin: ‘cleft lip/palate fida
24.Anticonvulstants(Trimethadione,Valporic acid,Carbamazepine,):rakkoodhalootaa fidu
25.Androgens: rakkoo dhalootaa fidu
HUB: kanneen armaan olitti eerraman malee qorichootni baayyeen yeroo ulfaafudhatamuu hin qabne jiru.
Madda: Tirunesh beijing Drug information center, marsaritii adda adda

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Sheger City
Addis Ababa