Ibn Daawud official
الحمد كما ينبغي لجلال وجهك و عظيم سلطانك
06/09/2022
Raahaan qalbii namaa
Kan keessaa argamtu
Argaaf dhageettiikee
Kan siif bareechitu
Utubaa islaamaati
Salaata salaatuu
Salaanni ifaa jiruu
Ummata muslimaa
Rogaa fi arkaana
Amantaa islaamaa
Salaata tikfadhu
Faaya jiruu keetii
Salaata tikfannaan
Tolte jiruun keeti
Jireenyi addunyaa baay'ee gabaabduudha sanuu yaadaaf yaaddoon ofiitti gabaabsuu rabbi najaa nu haa baasu
05/09/2021
✍Kun haqiiqaa jiruu ilma nama keessatti hubatamee ragaa ta'amuudha
👉Ni'imaan kennaan galata galchuutti haajoma
👉Balaan sabriittii haajoma
👉Badiin ykn diliin araaramatti haajoma
👉Namni fi barbaade galmi isaa milkiidha
•┈┈┈••✿🦋✿••┈┈┈•
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘🌹 ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
27/06/2020
AL-IHSAAN Channel kanarratti ✅Hadiisa sahiiha ✅jecha salafoota islaamaa ✅wolaloo mi'ooftuu argachuu dandeessuu yaada qabdan nuun ga'uu dandeessu ✅👉
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Jimma
Agaro
Y
