Quuqama sabaa Lammiif

Quuqama sabaa Lammiif

Share

Logically

06/01/2022

Tokko lama jedhaniin
Kumaaf kitila lakkaa'u
Ifaajanii yoo hojjatan
Shakkii malee milkaa'u

Qananiin biyya lafaa
Aarsaa kaffallaan dhufa
Ta'uu baannaan beeloftee
Manni sirratti kufaa

Garbaaf galaana cee'uuf
Bidiruuf doonii yaabbatuu
Gaaddisa egeree ta'uuf
Har'a biqiltuu dhaabbatu

Xiqqaaf guddaa hin qabu
Hojiin hunduu kabajaa
Gaafa garaan beeloftee
Sammuunuu nu ajajaa!

07/12/2021

Jaallan qabsoo meeqaan kunoo harra geenye

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


5star
Ambo