Bonsa keol

Bonsa keol

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bonsa keol, Health/Beauty, Mesela Hararge, Asebe Teferi.

12/10/2023

Kufaatii kufnee jirraa
Ni kaana hin hafnu ciifnee
Biyyaa kanaas ni deemna
Barnoota Biree dhiifnee

Nuti qofti hin kufne bar
Wajjiin kufne yaa biyyaa
Hiyyeessi bu'aa dhabee
Dhala isaas dhabee iyyaa

Barnootaan biyyi kufte
Dugda kamiin ol kaatii
Osooma jirra jettuu
Addunyaa keessa baatii

Nutuu kufeef hin yaadiin
Situu kufee Biraanuu
Barataan waama lamaa
Kufuuf darbuudha duraanuu

Nuti har'a kukufnee
Yoo ciifne awwaara keessa
Nutoo bor ni darbiinaa
Jiraattu ni dhageessaa

Ani kufuu koo caalaa
Biyyattii kuftun argaa
Mee barataa kufiisee
Biyyi eenyufaan margaa

Ba'aa dhalootaa taanee
Daandii gubbaarra ciifnee
Qo'achuu fi barachuus
Nu ga'eera amma dhiifnee.

.

04/10/2023

Maash aallh finfinee

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Asebe Teferi?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Mesela Hararge
Asebe Teferi