Fayyaan maali?
Fayyaan qabeenya qaalidha haa eegganu waliin
Hi ngyaa jirtuu hordoftota kenyaa.
Let's share you about deadly diseases
VENOUS THROMBO EMBOLISM.
Jechuun yeroo dhigni hidda dhiiga gara onnetti deebisu kessatti kantaru ykn itituun dhufudha
Risk factors(maaltu namatti fiduu dandaha)
1.pregnancy and postpartum. Yeroo ulfaa fi ulfa boodde.
2.bed ridden jechuun nama guuyya sadiifi isa olciise
3.major surgery. Nama opresion tahe irra caala opration lafe
Ciserean section operation dahuu.
4.active cancer nama dhukubaa kanserii qabu
4. Infection dhukubaa sombaa' Hiv
5.genetic disorder,autoimmune disease.
Clinical manifestation
Dhukubni kun irra caala miila tokko dhitahu;miira dhukubi qabatu;hoina qabatu
Yeroo tokko tokko harka dhitessu dandaha.
Hafuura kutuu cimaa tahe wich sudden onset.
Kanafuu mallattolee kanaoliifi wantota namatti fidaa yoo qabattan dafa hospitala isinitti dhihoo jiru deema ilaalama
Dhukubaa yaalamefayyuu dandahu waan taheef.
Garuu sombaa deeme taanan sadarka hedduu qaba
Ofegaanno.yeroo hunda sosochoi yoo operation tataniyu pain killer fayyadamani sosochou
Bulaa horaa galtooma.
Hi nagaa jirtuu ummata keenya?
Waaee dhukubaa busaa xiqqoo sinif qooda.
Malaria is transmitted from person to person by bite anophles musqoiutos
Namatti kan darbuu buuke busaa anophilis jedhamtuni
Bookentu ilmaan ishef guddifachuf dhiiga xuuxun beekmati.namarra namatti dabarsiti.
Mallatto .qaama gubaa,mataa dhukubii,of dadhabsisu,garaa kaasa fi oldeebisu dhukubbi maasha .hirina dhiiga.fkk.
Mala ittisaa
Nannoo ifii sirritti qulqullessu bishaan kureefi kannen biroo seeran toachu
Agoobara fayyadamuu
Farra booke busaaitti hafuufu
Prophylaxis fudhachu
Yoo qabaman mana yaala deemuu.
Glatooma!
20/03/2024
Hypertension or dhibbaa dhiigaa maali ?
Namni tokko dhibbaa dhiiga qaba jechuf garagarumaa akka biyyota tokko tokkotti garagaruma qabatuyuu ammaf y130/80 to 140/90 kana ol taherratti waligaluu .garuu yoo xiqqate yerosadi safarame average satu fudhatamu qaba.
Maalitu nama fidaa
1.yeroo baaye 95% ol hinbeekamu (primary hypertension)
2.umuri dabala deemu
3.family history qaccee dhukubaf saxilamoo
4.nyaata soogida baaye qabu nyaachuu
5.alkooli baayinan fayyadamuu
6.ulfaatina akka malee dabaluu .
Kannen biroo miidhama iddo biratin dhufanis ni jiru
1 hormononnifi nervin walqabachu(neuro endocrine cause
2.kaleen waliin kan dhufu
Qaamota baaye midhaman yoo dhiiban dhiiga sirrittin hin hordofamne
1.onnee
2.sammuu dhiigufi cufamu hidda dhiigaa
3. Kalee
4.Ija
Yaala
1.soogida hirisu
2.kudura fi mudura ,qurxumifi nyaata kennen baayinan soorachu
3. Sochii qaama daqiqa 30 torbe tti yeroo 5 taasisuu
4.Ulfaatina qaama hirisuu
5.alkolifi tamboo xuuxu dhiisuu
6.qorichoota dhiiba dhiiga hirisan akka ogessi fayya jedhutti seeran fayyadamu
7. Hordoffi yeroo yerotti otoo addan kutin taasisu
Kan biraa dubartonni ulfafi mucaa godhachu fedhan ulfaau dura ogessa fayya marisisuun dagatina fayya keessanifi fayyaa mucaa kessaan murtessa waan taef .
Qorichonni yeroo ulfaa fudhatamu qaban gaaragarumaa waan qabuf.
Horaa bula.
Dr. Samuel.
baga ayyaana cuuphaa geessan hunduu hordoftonni amantii kristaana hunduu
Dhukubbiin garaacha maali?
Mallattolen dhukkubi garacha
1 dhukibbi garaa heart burn
2 haqisaa vomiting
3 garaa bokoksuufi deffu itti baayeisu,nyaata xiqqoo booda quufu ykn
Abdominal distension ,belching
Maalitu namatti fida?
1 bacteria
2NSAIDs kan jedhaman anti pain
3 alkolii dhuguu
4 smoking ......
Yaalii
Anti acid
Antibiotics
Nyaata ofii sirressu
Fi gorsa ogessa fayyaa
Garuu namni heddun qoricha anti acid or ppI jedhamuu namni heddun fudhataa jira antibiotics walin kunimoo miidhaa hin taanef ummata saaxila waan jiruuf of egganno gochuu barchisadha
Horaa bulaa from Dr samuel
14/07/2022
Waa'ee dhukuba sukkara meeqa keenyatu beeka?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Adaama
Asella
