Agartuu Bilisummaa
OB
14/04/2026
stop group all Oromiyaa. No more.
23/11/2025
22/09/2025
🚨🚨🚨💣💣 DEMBELE HAS JUST ARRIVED! HERE’S OUSMANEE!! ❤️💙😎
Boordiin Daayireektarootaa Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaa badhaasni Artist Andu’aalem Gosaaf kenname haqamuu beeksise.
Faawudeeshinichi dhimma Badhaasa Artiist Andu'aalam Gosaatiin wal qabatee ibsa baaseera.
UEFA announces that a moment of silence will be observed at all of today’s and tomorrow’s UEFA Women’s EURO 2025 matches in memory of Portugal international and Liverpool FC forward Diogo Jota and his brother André Silva who tragically passed away today.
09/04/2022
samiidhaa gad hinbu’u. Namootni taabonni Samiidhaa bu'e’ jedhan abaaramanii Mana Kiristaanatirraa adda foo'amuu qabu! Kuni yaada bataskaanaa osoo hintaane, yaada namoota fedhii dhuunfaa galmaan gaa’achuuf, maallaqa walitti qabachuuf, lafa saammachuuf deemaniiti.
Warri akkasii warra amantii hinqabnedha.
Warra akkasii kanaan ‘sirrii miti’ jechuu qofa osoo hintaane, uummatatti gad baastee ‘kuni na hin ilaallatu’ jettee saaxiluun balaaleffachuu qabda!”
~Qees Balaay Mokonnin!
Hayyicha namaa nuuf jiraadhu!
NAGAA :jechuun gurraa,Ija,millaafikkf naga qabatanii nagaa qaba jechuun nama rakkisa.sababni isaa iyyuu siyaasaa biyyittu nagaa hin qabu waan ta'eef,IJA bilisummaa arguu danda'uus isaanumatu danqaraa danqee jechuudha......itti Fufa..
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Asosa

22/04/2022