Aqillee Oro Page
Aaqilee Oro man
24/01/2024
“ Kaayyoo kee ganamaa eenyuttuu hin himin galgalaa eegee kan si gufachiisu heddutu jiraa beeki galma deemtuuf gabaasaa hin oolin gufuu ta’ee kan si dura ijjatu baayyetu jiraa argi,dubbii kee osoo hin taane,firii bu’aa keetii haa arganii cal-jedhii imala kee itti fufi raajii argitaa😊
“ Kan namni si sakaalu caalaa,kan ati uf sakaaltutu caalaa taajjabi kan namni sirraa dubbatu irraa kan ati ufirraa dubbatutu guddataa taajjabi ana ana jennaan isa isa kan jedhu waamaa jirtaa eeggadhu😔
“ Eessa deemuuf akka manaa baate osoo hin beekne tarkaanfii jalqabde taanaan eessatti akka dhaabbattu hin beektuu hubadhu 🙄
22/10/2022
Oduu sobaan wal naasisuun maaf barbaachise?
Dr Aliin jabduu dhibamanis akka odeeffamu miti.
Abbaa keenya waaqni fayyaa kee guutuu siif haa deebisu!
22/10/2022
Baabaa Keenya Rabbiin Si Haafayisu
22/10/2022
Rakkoon ijoollee keenya Sa'udii Arabiyaa irra yeroo ammaa ga'aa jiru baay'ee suukanneessaadha. Odeeffannoon bilbilaafi WatsApp irraan na ga'u dubbachuuf nama surura.
Rabbumti ummata keenyaaf haa birmatu. Hanga dandeessaniin du'aa'ii godhaafii.
Sagalees ta'aafii.
Mootummaanis hanga danda'een furmaata itti barbaaduu qaba.
Jira jirtuu Umata Qashxii 🥰🥰
Art Eebissaa Sollan
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
London
SW1A2

22/10/2022