Oromo first
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromo first, Health/Beauty, Chicago, IL.
06/16/2024
Id Mubarak bagaa geessan ummanni muslimaa hundi keessan
08/19/2022
Kan ta'uu qabu
Pirezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalqabaa obbo Hasan Alii dhimma Finfinnee irratti akkana jedhani turan."Dachee Finfinnee qofa osoo hin taane samiin isheetuu kan Oromiyaati.Daangaa isheetti bal'achuu mitii,isa irra jirtan kanayyuu gara samiitti ol ijaaruuf Oromiyaa irraa eeyyama gaafachuu qabdu." Osoo hooggansi akka Obbo Hasan Alii kun Oromiyaa bulchaa turee silaa Finfinneen akkanatti Oromoo buqqistee qullatti hin hambistu ture.Finfinneen Oromoo buqqistee alagaan dhuunfatamte.Duguuggaa sanyii Oromoo irratti raawwatte.Warri har'a Oromiyaa bulchitan dhimma Finfinnee irratti murtee akkanaa isinirraa barbaanna.Waa'ee daangaa Finfinnee fi Oromiyaa sararuu jettanii itti jirtanu kanas ummata Oromoo bal'aaf osoo ifa gootanii ibsa gahaa ta'e itti kennitanii gaarii dha malee akkasumatti duuchaan injifannoo guddaatu galmaa'e jettanii miidiyaa guubaatti geerartanu kun ifa miti.gurratti calaw
07/12/2022
Vegas, see you tomorrow!
06/29/2022
Seenaa jiraatu qabda
Ati hin duune takkattuu
Dacheen haqa kee dhoksitemmoo
Haara-galfii hin argattu!
Leenca koo!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Chicago, IL
60602
