Maskii Tube
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Maskii Tube, Beauty, cosmetic & personal care, Jacksonville, FL.
Ilalcha keetuu addaa naf qabdaa wan addaa‼️‼️
yoo galtaa malee malaan jedhaa(×4)
ittiin eebbifamaa ijollee Waqayoo bayyeen isin jaladhaa❤
03/21/2022
Oduu Gaddaa
Tajaajilaa waldaa Ifa Fayyinaa Addunyaa kan Ta'ee obboleessi Keenya Beekumaa Biraanee Utuu tajajilaaf namoota bira waliin Gara biyya keeniyaa, magaalaa Naayiroobii deemaa utuu jiranii balaa konkolaataan mudateen Lubbuunsaa darbeera
“Anaaf Kristos jireenya koo ti, du'uun immoo bu'aa koo ti .”
— Filp. 1:21
Maatii, hiriyyoota fi tajaajiltoota waldicha jajjabina
03/20/2022
INNI SI OOlCHUUF KARAA QABA HAALOTAAF HARKA HIN KENNIN:
Dan. 3:1.
¯¯¯¯¯¯¯¯¯
Yaa mootii! Ati ' Namni hundinuu sagalee fiinoo, faaggaa, kiraaraa, maseenqoo, mi'a ribuu qabu kan biraa, sagalee mi'a garaa garaas yommuu dhaga'u bifa fakkeenya warqee irraa hojjetameef gombifamee haa sagadu! 11 Namni gombifamee hin saganne immoo iddoo ibiddi itti boba'u keessatti in darbatama' jettee abboommii baafteetta.❞
—Dan. 3: 10
________\\______
Nebukadnezaaris, "Yaa Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoo! Isin dhuguma waaqayyolii koo hin waaqessitanii? Bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame ani dhaabeefis hin sagaddanii?
Kana irratti Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoon mootichaaf deebisanii, "Yaa Nebukadnezaar, waa'ee kanaaf nuyi deebii siif kennuu iyyuu nu hin barbaachisu.
Oolchuu yoo ta'e immoo, Waaqayyo keenya inni nuyi waaqessinu ibidda boba'aa keessaa nu oolchuu in danda'a, harka kee keessaas nu in oolcha, yaa mootii!
_______\\___
Innis itti dabalee, "Ani garuu kunoo, namoonni afur hiikamanii, miidhamni tokko utuu isaan irra hin ga'in ibidda keessa asii fi achi adeemuu isaanii nan arga; bifni isa afuraffaa immoo bifa ilma waaqayyolii in fakkaata" jedhe.
_________\\____
waaqayyoo haa ulfaatu.
✓Egaa iddoo kanatti Kan nuti arginu namoota 3tu ibidda keessa bu,e,sababbii waaqa tolfamaadhaaf sagaduu didaniif,dhugaadhaaf dhaabbataniif,"❝Dhugaa fi ogummaa, barsiisaa fi hubannaa, argadhu malee hin gurgurin!❞ —Fak. 23: 23 jedha dubbiin waaqayyoo,dhugaaf jiraannaan Inni dhaloota nyaatee fixe sin nyaatu,Inni dhaloota ajjeesee bare sin ajjeesu.haalleeluyyaa,waaqayyo garuu isaan dursee seenee isaan oolche.
✓Waaqayyo isa nama nyaatu, karaa godhee ittiin si oolcha.
______\\____
✓Haalli ati amma keessa jirtu, keessattan nyaatama jettee sodaachuu dandeessa ta,a waaqayyo Inni waaqaafi lafa uume si oolchaa hin sodaatin. ✓Abdii hin kutatiin, harka hin kenniin!.
✓Oollee agarreerras kana boodas abdii qabna ni oolla
♥️ ♥️
Marta Kasaye Maskaram Geetuu waaqayyoo jiraata Dilbataa garii qabadha love
Copy from Dararartuu❤🙄
Faarfannaa kanaatii eebbifamaa Dilbataa garii
03/19/2022
Durbochee &Dhirochee kun amam dhugadhaa😂😁🤣🤔😋
03/19/2022
sagalee waqayyoo jirataa ✍️
niin kan gargaarame ta’us, Abbaan barruu macaafa kanaa Yihowaadha. Kana jechuun wanta achirratti argamu hunda kan barreessisiise isadha jechuudhaa? Eeyyee. Kanas kan godhe hafuurasaatiinidha. Phaawulos akkas jedhee dubbateera: “Caaffanni qulqullaa’aan hundinuu geggeessaa hafuura Waaqayyootiin caafame; . . . Namni Waaqayyoo waa gochuuf kan danda’e, hojii gaarii hundumaafis kan qophaa’e akka ta’u in godha.” Namoonni Macaafni Qulqulluun geggeessaa hafuura Waaqayyootiin barreeffamuusaa amanan, macaafa kanaaf xiyyeeffannaa ni kennu, akkasumas jireenyasaanii wanta inni barsiisuu wajjin wal simsiisanii jiraatu.—2 Ximotewos 3:16, 17; 1 Tasaloniiqee 2:13.
Warri Kaan Macaafa Qulqulluutti Akka Amanan Gargaari
3. Namoota Macaafni Qulqulluun Sagalee Waaqayyoo ta’uusaa hin amanne gargaaruuf malli gaariin hunda caalu maalidha?
3 Namoonni dhugaa baanuuf muraasni akka keenya Macaafni Qulqulluun Sagalee Waaqayyoo ta’uusaa hin amanan. Namoota kana akkamitti gargaaruu dandeenya? Yeroo baay’ee malli gaariin hunda caalu yaada Macaafa Qulqulluu keessatti argamu itti argisiisuudha. “Dubbiin Waaqayyoo jiraataa dha, humna hojjetus of keessaa qaba, billaa gar lamaan qarame caalaa qara qaba; . . . yaadaa fi akeeka garaa namaas qoree faraduudhaaf in danda’a.” (Ibroota 4:12) ‘Sagaleen Waaqayyoo’ seenaa du’e utuu hin ta’in jiraataadha! Abdiin Macaafa Qulqulluu keessatti argamu gara raawwiisaatti adeemaa jira. Ergaan Macaafa Qulqulluu keessatti argamu yaadaafi akeeka garaa namaa qoree waan beekuuf, wanta nuti dhuunfaatti dubbannu caalaatti yaada namootaa jijjiiruu danda’a.
4. Namoonni tokko tokko, ilaalcha qaban akka jijjiiran kan isaan godhe dhugaa Macaafa Qulqulluu ilaalchisee ibsa kenname akkamiiti? Kun kan isaan jijjiire maaliifi?
4 Namoonni hedduun maqaa Waaqayyoo Macaafa Qulqulluu keessatti arguunsaanii macaafa kana akka qoran isaan kakaaseera. Warri kaanimmoo kaayyoon jireenyaa maal akka ta’e, Waaqayyo rakkinni akka jiraatu maaliif akka heyyame, wantoonni bara keenyatti raawwata...
03/19/2022
Kotaa buna dhugaa
02/17/2022
Dubbichii dhugaadhaa 😍
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Jacksonville, FL
32202
