Mite Degefa Aga

Mite Degefa Aga

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mite Degefa Aga, Health/Beauty, Jimma, Los Angeles, CA.

04/19/2024

Jaal Shurrubbeen garam deeme ?

Jaal Shurrubbee hooggantoota Abo Shanee keessa isaa tokko kan turee yoo ta'uu yeroo baay'ee Jaal Maroo wajjiin walitti bu'uun beekamaa . Tibba kana yaada kenneen lubbuu isaaf akka sodaatu kan dubbatee yoo ta'uu Jaal Maroonis hooggansa Abo Shanee irratti akka abdii kutatee dubbatee turee .

Jaal Shurrubbeen badeera . Garagarummaan Jaal Maroo fi Shurubbee waan bal'ateef baqatee akka deeme beekameera . Jaal Shurrubbeen eegdota isaa malee kan badee yoo ta'u ,eegdonni isaa karaa nagaan mootummaatti harkaa kennataniiru .
❌❌❌

07/27/2023
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Los Angeles?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Jimma
Los Angeles, CA