Meyra Oromo
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Meyra Oromo, Health/Beauty, New York, NY.
tayye salphatee jiraa Qabatoo irraa hikuu jiranii๐คฃ๐ฎโ๐จ๐คฃ๐คฃ๐คฃ๐คฃ๐คฃ๐คฃ
Mee dhaggeeffadha๐ ๐ ๐ ๐ ๐
Mee dhaggeeffadha๐ ๐ ๐ ๐
Arsi V's harargee
Harargee biyyaa jaalala ๐๐๐โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ๐ฅ๐ฅ๐ฅ
05/22/2024
.
FAAYIDAA WALQUNNAMTII SAALAA
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โ Walqunnamtiin saalaa gammachuu miira keenyaa qofaaf osoo hin taane fayyummaa qaama keenyatiifis murteessadha. Mukaa'uu irra jalqabee hanga kaanseriif saaxilamuu hir'isuu danda'a. Jaalalleewwan lama warra walqunnamtii saalaa hin raawwanne caala warra raawwatan jidduu hariiroo cimaatu jira. Kabajaa fi jaalalli isaan walii qaban kan addaati. Qaamni keenya dhukkuba ofirraa akka ittisuu fi hirriba bareedaa akka rafnu nu taasisa.
โฒ Qorraaf saxilamuu ni hir'isa. Dhukkuba biraa akka dandamannu ni taasisa. Walqunnamtii saalaa baayisuun yeroo dhukkubaaf saaxilamuu ni xiqqeessa. Akka qaamni bacteria, virus fi germ garagaraa of irraa ittisu godha. Dhiibbaa dhiigaa hir'isuuf ni fayyada. Kana jechuun immoo halkanii guyyaa walqunnamtii saalaa waan dhaantuf dhibeen gonkuma si hin qabu jechuu miti.
โฒ Fedhiin keenya akka hin hir'anneef walqunnamtii saalaa baayisuun ni gorfama. Yeroo walqunnamtii saalaa dubaraa irratti dhukkubbii dhaga'amuu fi gogiinsa nafsaalaa xiqqeessuf walqunnamtii saalatti jabaachun gaaruma. Yaa'insa dhiigaa gara nafsaalatti taasisuun akka yeroo hunda naaf saalli dubaraa lallaafu taasisa.
โฒ Walqunnamtii saalaa yeroo hunda raawwachuun akka dubartoonni fincaan isaanii to'ataniif ni gargaara. Yeroo walqunnamtiin saalaa raawwatamu miiran dubartiin yeroo fiixerraa geessu maashawwan naannoo gadameessaa jiran waan kottoofataniif dhiibbaa kana dandamachuu ni danda'u. Jabeenyi yeroo gadameessi isaanii kottoonfatanii kunis humna fincaan too'achuuf fayyadu akka oomishaniif ni gargaara. Akka sochii qaamatti tajaajiluu ni danda'a. Sa'aatii walakkaatti nyaata kaalorii heedduu bulleessuu danda'a.
โฒ Dhukkubbii yeroo laguu ni ittisa/hir'isa. Dubartiin walqunnamtii saalaa yeroo hunda taasistu warra hin taasisne caala dhukkubbii yeroo laguu dandamatu. Walqunnamtii saalaa yeroo laguu raawwachuunis dhukkubbii nutti dhaga'amu ni xiqqeeessa. Laguunis dafee akka nurraa dhaabbatu ni godha.
โฒ Dhukkubbii ni xiqqeessa. Walqu
09/09/2021
Ani sin jaalladhaa
Ati nan jaallattu
Jaalala an boo'uuf
Miirakoo hin hubattu
Jaalalakeef jecha
Yerottiin dhama'uu
Si kan koo godhachuuf
Gaafa an dharra'u
Onneekoo isa cufaa
Bantee maalif deemte
Utuun si jaalladhuu
Kan ormaa maaf taate?
Dhuguma itti bartaa?
Jaalala alagaatti
of itti laattaree
Hammuma dhumaatti?
Badiikoo utuun beekin
Erga ana dhiistee
Keessakoo qulqulluu
Erga haalaan miitee
Maalifiree deemuun
Maalifiree badiisi
Badiikoon wal'aale
Mee natti mul'isi
Yeroo addaa keenyaa
Isa darbe gammachuu
Waliin teenyee kolfaa
Feenus wal dhungachuu
Yaadaan tokko taanee
Gaafa walii galluu
walumaan jiraanna
Adda bahuu hin mallu
Maal godhuree daro
Badii tokko malee
Jaalalakoo tuftee
Kan ormaa sii caale
Isin siif miidhame
Waaqni haa madaalu
Jaalala dhugaa koo
Anaaf haa ilaalu
Garuu sin jibbine
ammas sin jaalladha
Bor koo taata jedheen
Waaqakoo kadhadha!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
New York, NY
