Ayuub

Ayuub

Share

entertainment

11/28/2021

Nama Waan Hunduu Irraa Bareedu!
Yeroo Weellisu, Yeroo Geeraru, Yeroo Gargaaru, Yeroo Haasa'u, Yeroo Gorsu, Yeroo Dubbatu, Yeroo Uffatu, Yeroo Kolfu..... waan irraa fokkisu hin jiru.
Kokkolfaa koo jechaan siif dhabaam, yoomuu sin yaada! Yoomiyyuu na keessa jiraatta.

10/24/2021

Ijakee balleessuuf
Waamalee quba hin kaasnee
Situ waan sin galchine
Waan kiyya keessa seenee

Barri ammaaf kandurii
Addaan baasi gargarii
Waan sin galchinee sentee
Hin laaqqatinii xurii

Warqee uffatee deemtus
Siin sitti tolee jireenyii
Of ta'anii deemuudha anaaf
Addunyaaf qabeenyii

5 sanbata gaarii qabaadha

10/12/2021

Âýúûśhâ śâbâ

Photos from Oromia Media Network's post 06/21/2021
06/21/2021
06/21/2021

Qomo koo abshir

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Saint Paul?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Saint Paul, MN
55113