Famii Abduraman
Allaahu
01/23/2026
Artist Kedir Mertu Akkuma Jaalaala Ummta Oromoo Siif Kenne Kanatti Namoottan Jaalala Ummataa Argachuuf Halkanii Guyyaa Hirriiba Dhaban Kanaafillee Rabbi Haa Kennuuf Ja'ii Du'aaii Godhiif Rabbi Itti Siif Haa Dabalu Ati Ammallee.
With Magee Firaa – I'm on a streak! I've been a top fan for 16 months in a row. 🎉
Rakkoo Mataa Gad
Sii Qabachisuu Hunda
Rabbiin Siraa Ha Qabu
Amiin Ja'ii🤲
06/01/2025
Waa'ee miidhaga kee
Ragaa ba'uuf yaadee
Ol baasee gad buusee
Jechoota barbaadee
An tasuman dhabe
Si ibsuuf kan ta'u
Inni lafa jiru
Si ibsuufi mitii
Na ibsuufuu hin ga'u 🫶🏻
Abdii
05/30/2025
Ani
Baayyeen si jaalladha
Hin fedhu si dhabuu
tan biraa jaallachuuf
Onnee lama hin qabuu
wa'aadaa gaafa duraa
hunduma isaa eegee
Onnee koo qulqulluun
Jaalalaaf off wareegee
Utuun siif dhippadhuu
Halkan guyyaa ciisee
Utuun si jaalladhuun
jireenya koo dhiisee!!
05/11/2025
Haadha malee hin tolanii
Haadhumaani bareenninii
Harmi haadhaa biddeenaa
Irraa nyaatanii hin quufanii
Jedhe Kedir Mertu
Haati keessan waggaa 1000 isiniif ha jiraattu kiyyas waggaa 1000 naaf ha jiraattu
05/01/2025
05/01/2025
With Kedir Mertu – I'm on a streak! I've been a top fan for 6 months in a row. 🎉
04/29/2025
Celebrating my 2nd year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉
01/26/2025
Oof~tahuun keenya Lailaahaillallaah
Muhammad Rassuulallaadha
S 💎A💎W💎
12/20/2024
for watch more 👆👆👆👆.
❤️
✍️
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Address
America
San Francisco, CA
