Shukricom MD

Shukricom MD

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shukricom MD, Beauty, cosmetic & personal care, Union City, NJ.

06/02/2024

Kan Miidhagduu Siihi☺️
Kan Maraatuu Anaa🤗

04/09/2024

Shuuf🫡🫤🫣

02/19/2024

Namnii kamuu bultii keessaatti walif galuu dhabee yoo gargar bahee akkuma ta dura wajjiin yeroo jiru waan barbaadee gochuu mirga qabuu tan itti aantuus waan barbaadee godhee fi waliin jiraachuu mirgaa qaba

02/07/2024

Biyyaa homa jireenyi qalawee dubatu biyyaa ormaatti homaa jireenyi qalawee dubatu

Addunyaa kanaa irraa biyyaa akkan jireenya gadadoo jedhamuu keessas jiraadhee argee garuu sanuma waliinuu galataa rabbii bareedaa jirraa jedhuu kan oromoo kuni osoo nyaatuu belawe malii😪

02/07/2024

Wal'aansoo atii anaa wajjin gootu falmii tokkoo male sammuu keetiif akka dhiyeessuu beeki 😴

02/03/2024

Dhuguma gurbaan kuullee fakkaata😂😂

01/16/2024

Dubartii dhiiraaf mootii isii taana dubbisaa mee

Hora bulaa😍😍😍

Sadiyoo Maaneen kana dura waa'ee hariiroo jaalalaa isaa icciitiin qabee ture.

Waan hedduun eenyu waliin jaalalaan ture kan jedhu waan beekamu hin jiru.

''Haati warraa ani barbaadu miidiyaa hawwaasaa kan hin fayyadamne, TiikTook, Feesbuuk, YouTube.... irra kan hin oolle tahuu qabdi. Amantaa ishee fi waaqa kan jaalattu tahuu qabdi,'' jechuun Mail Online irratti dubbatee ture.

Barattuun ganna 18 Ayishaan miidiyaa hawwaasaa kamuu hin fayyadamtu jedha odeeffannoon waa'ee ishee barraa'e.

'Daily Mail' irratti yaada ishee akka qooddetti ''amma waa'ee jireenyakoo haaraan yaadaa jira. Akka adda tahu nan amana, garuu dhiibbaa keessa gala jedhee hin yaadu. Sababni isaas beekamtii fi qabeenyi Maanee homaa amalakoo hin jijjiiru waan taheef'' jette.

''Kaniin barbaadu kana waan hin taaneef. Nama gadi jedhee amantii isaaf bitamu tahee jiraachuun barbaada. Kana duras waa'een koo heddu waanti beekamu waan hin jirreef ammas jireenya keenya icciitiin qabannee itti fufna. Kanaaf dhiibbaa keessa waan na galchu hin jiru.''

''Na argaa na argaa kan jedhus hin qabnu. Waa'ee jireenya keenyaas hedduu odeessuu nu hin barbaachisu'' jette Ayishaan.

Sababa gaa'ila kanaaf waan haaraan tahu hin jiru kan jette Aayishaan, ''maatiin koo sirriitti na guddisaniiru, garuu haadha warraa Maanee jedhamee waamamuukootti nan boona,'' jette.

01/10/2024

01/03/2024

Bara 2020 hirribaan dabarsee waaqaa😅😁

Ishiin gootu tun hoo maal taatee laata🤔

01/03/2024

Dubartii amalaa lama kana qabduu jireenya kee irraa fageessii.

Osoo sii wajjin jiraata jirtuu akka waan dhiira sagal wajiin jirtuu sitti of gootuu.

Osoo sii wajjin jiraata jirtuu akka isii malee dhiirii dubartii hin jalanee of gootuu.

Xiqqoo yoo afaan keessa waal baatanis dhirumaan sitti of dhaadii

Dubartiin akkasi ilmaan keetiif cubbuudha

01/02/2024

Namnii waan jiraatuuf hin qabnee. Ulaagaa jireenya isaa nyaataa dhugaati qofaa dha.

Bakka gara isaa malee bakka haqaa isaa hin barbaaduu.

Namuma ergama

01/01/2024

Girgiri dubartii ykn haadha mana keessa kan nati toluu
Yoo furdoo tate yeroo sitti heerumtu booda yoo qalatee ergaa sitti heerumee qaamni narra dhumee sii jettii😁

Garuu naa dura kaa biraatti heerumtee moo maaliin beekuu dandeesse akka nati heerumnaan qalatee?😬😃

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Union City?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Culinary Team

Attire

Telephone

Website

Address


Union City, NJ
07087