Milk my Milk Love

Milk my Milk Love

Share

I love M

08/22/2022

V.G

ብዙ ሰው ስለጠየቀኝ እውነቱ ይኸው

ለምሳሌ በአንድ ወቅት የሆነ ሰርግ ተጠርታችሁ የምሳ ወይም የእራት ግብዣ ላይ ተገኝታችሁ የቀረበው ምግብ (ቡፌ) የተለያየ ዓይነት ጣዕምና ይዝት ሊኖረው ይችላል እናም ያንን ምግብ ተመግባችሁ ደስ ብሏችሁ ሄዳችኋል እንበል።
ከሆነ ጊዜ በኋላ የጋበዛችሁ ሰው ወይም ሙሽራው(ሙሽሪት) መንገድ ላይ ብትገናኙና ሰላምታ ከተለዋወጣችሁ በኋላ ዋው ተስማምቶሃል ወፈርክ(ሽ) የግብዣው ዕለት የበላኽው(ሽው) ነው አይደል ቢላችሁ መቼም የሚያስቃችሁ(የሚያስገርማችሁ) ይመስለኛል።
ብትስቁ እና ብትገረሙ አይፈረድባችሁም ምክንያቱም በአንድ ቀን ግብዣ ምግብ አይወፈርምና።
ሰለዚህ ሰው ለማደግ አነሰም በዛ በግል እቤታችን ጣፈጠም አልጣፈጠ አንድ ዓይነት ሆነም በዛ የምንመገበው ምግብ ነው ጠቃሚው ያ ማለት ታድያ ድግስ አትሂዱ መጥፎ ነው ማለት አይደለም።
ሂደቱ እንዲህ ከሆነ ዘንዳ ለመንፈሳውያንም በየኮንፍረንሱ እየሄዱ መሰበክና መካፈል ወይም ማምለክ ጥሩ ነው።
ግና ግና በዚያ ብቻ አይታደግም።
በግል በቤታችንና በዕለታዊ የኑሮ ቀመር ከእግዚአብሔር እና ከቃሉ ጋር ባለን ህብረት እና በተመገብነው ልክ ዕድገታችን ያማረ እንዲሁም ጤነኛ ይሆናል።
ብዙ ሰው ገጥሞኛል ሆቴል ምግብ እየተመገበ እንዴ ምግቡ የቤት የቤት ይላል የሚል እኔም ብዬ አውቃለሁ። ያንን ያስባለን እቤት ከምናውቀው ምግብ ጋር የተመሳሰለ ነገር አለው ማለት ነው።
ሰለዚህ እቤት የማይበላ ሰው ድግስ ሄዶ የቤት የቤት ይላል ማለት አይችልም የቤቱን አያውቅምና። በምንሄድበትም ቦታ የእግዚአብሔርን ቃል ስንሰማ ከስህተት እንጠበቃለን እንዲህ በማለት የቤት የቤት ይላል አልያም የድግሷን።
ለማንኛውም ቀለል አድርጉት የገባኝን ነው።
።።።።።።። ከብዙ ድግስ ወደ ቤት ገስግስ።።።።
በጌታ ወንድማችሁ ፓስተር ሶፎንያስ ነኝ።
ከወደዳችሁት መልክቱን ሼር ብታደርጉት ይመቸኛል።
።።።።።። መልካም ጊዜ።።።።።።

07/12/2022

Amantoonni 4 Murtoon du'aa itti murame.

Sudaan Daarfur Kan jiraatan Amantoonni 4 Amantii isaanii Akka ganan gaafatamuun waan didaniif reebichii fi gidiraa hamaan erga irra gahee booda duuti itti murame.
Akka Christian Soldier World wide Gabaasetti Amantoonni afran Kun geggeessitoota waldichaa yoo ta'an Waxabajji 24,2022 Waldaa amantoota Cuuphaa Zaaliingee keessa utuu jiranii to'annoo Polisii jala oolfamani. Har'a Adoolessa 12,2022 murtoon du'aa mootummaa haaraa Sudaaniin itti muramee jira.

Sudaan sadarkaa addunyaatti biyyoota ari'atamni wangeelaa itti hammaatu keessaa 13ffaa irratti Akka argamtu qorannoowwan garagaraa ni addeessu.

Waaqayyooon haa kadhannuuf!

07/05/2022

Waamicha Birmannaa
Maqaan mucaa suuraasaa armaan gaditti Haadha Wabii waliin argitan kun barataa Yeroosan Lammii Kafanaa jedhama.
Godina Shawaa Lixaa aanaa Amboo ganda Hora Ayyeetuu jedhamu keessatti dhalatee guddate.

Akka Gootichi keenya Artist Haacaaluu Hundeessaa Boonsaa addunyaa irraa darbeen,gaafa sirna awwaalcha Haacaaluu sana rasaasa diinaatiin rukutame.
Erga rukutamee booddee immoo,qaamni isaa fayyuu waan dideef,haga ammaattti;barnoota seeraan hordofee barachuu hin dandeenye.
Barnoota barachuu qofa osoo hin taane;akka hiriyoota isaatti iddoo garaasaa oolee galuun itti ulfaate.
Jiruuf jireenyisaa jalaa dukkanaa'e.

Walumaagalatti dargaggeessi kun "ani humna dhabeera" jedhee dubbata.
"Barachuu fi hojjechuu hin dandeenye.Maatii fi biyya koo irratti ba'aa guddaa ta'eera" jedhee ofitti gaddaa jira.
"Barachuufis ta'ee,hojjechuuf namoonni tokko tokko na mucaa kana cinaa/bukkee dhaabachuu waan barbaachisa. Haamilee itti horuun dirqama sabummaati. Ergaa kana godhaa namoota gargaaruu danda’an qaqqabsiisaa. Waan humna keessaniin jajjabeessaa; cinaa dhaabadhaa!

1000361163684
Baankii Daldala Itiyoophiyaa.
Yeroosan Lammii Kafanaa (Yerosan Yero)

✍️

06/22/2022

SoFi Nuu Jiraadhu atii nama Guddadha

05/03/2022

Ajanlb

04/08/2022

YEROO FURMATNI SALPHATE WAAQAYYOOTU DEEBISAA JIRA JECHUUDHA
Albert Einstein

04/05/2022

Badee Hin Badu Akka Dhama Baduu🥰🥰🥰🥰🥰

03/30/2022

Good Bless you Man of God

03/29/2022

Be patience

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Washington D.C.?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Ethiopian
Washington D.C., DC
221818